Muddee 4-7 magaalaa Shaashamanneetti maaltu raawwatamuuf deema?
Namtichi suuraa isaa armaan gaditti argitan Kun maqaan isaa Peter Youngren jedhamuun kan beekamu yommuu ta'u lallabaa wangeelaa, paastarii fi barreessaa Kiristaana Kanaadaati. Hundeessaa dhaabbata Kiristaanummaa idil-addunyaa saboota 100 ol keessatti daawwannaa hojjetu World Impact Ministries (WIM) ti. Milkaa’ina tajaajila Wangeelaa saboota Kiristaana hin taane keessatti argateef beekamtii kennuuf, Ministry Today Youngren akka lallabdoota wangeelaa idil-addunyaa jaarraa 20ffaa keessatti dhiibbaa guddaa geessisan keessaa tokko ta’ee tarreesse .
Namtichi Saahira(falfalaa ) hamaafi Sheeyxaanatti gargaaramuun namoota hedduu haqarraa jallisuuf kan ba'eedha akuuma biyyoota hedduu keessa deemuun jallina isaa barsiifataa ture amma immo imala isaa gara magaalaa Shaashamanneetti taasisee jira.
Sagantaan Kun maqaa michummaa magaalaa Shaashamanneetiin kan qophaa'e yemmuu ta'u Amantii hundaa ni hirmaachisa jedhamee odeeffamaa jira.
Diraamaalee hedduu qopheeffatanii maqaa namoota muslimaatu gara keenya dhufe jedhuun fakkeessuuf akka qophaa'aa jirantu himama.
Nuti akka ummata muslimaa magaalaa kanaatti ergaa ulamaa'ota keenyaa hordofuun bakka sihriin( falfalli ) itti dalagamu kanarraa akka of fageessinu dhaamsa keenya
Ergaa kana waliin dhaqqabuun wallaalaa keenya haa baraarru!