Jaafar Ahmed Profile Picture
UMMA TOKEN INVESTOR

Jaafar Ahmed shared a
Translation is not possible.

🔴የ ደቡብ ኮሪያ የስለላ ዘገባ እንደሚያመለክተው የሰሜን ኮሪያው መሪ ኪም ጆንግ ፍልስጤማውያንን ለመርዳት መንገዶችን እንዲፈልጉ አዘዙ።

- ሮይተርስ

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Namni ilmaan fi qabeenyaaf jecha Zikrii Rabbii dagate ni salphata.

Rabbiin Qur'aana keessatti Namni qabeenyaafi ilmaaniif jecha Zikrii Rabbii irraa laafe kan salphatu tahuu akeekkachiise. Akkasumas osoo duuti isinitti hin dhufin waan qabdan irraa kennadhaa. Wanti guddaan gaafa duuti isinitti dhufe isin hawwitanii qabeenya keessan irraa sadaqachuudha. Garuu duuti erga dhufee homaa booda aanuu hin danda’u.

Rabbiin ol tahe akkana jedha:

{يَاأَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تُلْهِكُمْ أَمْوَالُكُمْ وَلَا أَوْلَادُكُمْ عَنْ ذِكْرِ اللَّهِ وَمَنْ يَفْعَلْ ذَلِكَ فَأُولَئِكَ هُمُ الْخَاسِرُونَ (9) وَأَنْفِقُوا مِنْ مَا رَزَقْنَاكُمْ مِنْ قَبْلِ أَنْ يَأْتِيَ أَحَدَكُمُ الْمَوْتُ فَيَقُولَ رَبِّ لَوْلَا أَخَّرْتَنِي إِلَى أَجَلٍ قَرِيبٍ فَأَصَّدَّقَ وَأَكُنْ مِنَ الصَّالِحِينَ (10) وَلَنْ يُؤَخِّرَ اللَّهُ نَفْسًا إِذَا جَاءَ أَجَلُهَا وَاللَّهُ خَبِيرٌ بِمَا تَعْمَلُونَ (11) } [المنافقون: 9 - 11]

"Yaa warra amantan! Qabeenyi keessaniifi ilmaan keessan zikrii Rabbii irraa isin hin dagin. Namoonni kana dalagan isaanumatu hoonga'oota. Osoo tokkoon keessanitti duuti dhufnaan "Gooftaa kiyya! Osoo hanga beellama gabaabaatti na tursiiftee, silaa dhugumatti, sadaqadheen warra gaggaarii irraa ta'a" hin jedhin dura waan nuti isiniif kennine irraa kennadhaa. Rabbiin immoo lubbuu tokko yeroo beellamni ishee dhufe hin tursiisu. Rabbiin keessa Beekaa waan isin dalagdaniiti." [Almunaafiquun: 9-11]

Yaa Rabbi nu milkeessi.

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Jaafar Ahmed shared a
Translation is not possible.

Stop buying these products because you are contributing to the killing of innocent people.

#غزة_تنتصر

#freepalestine #palestine #غزة #فلسطين #freepalestine #غزة_تحت_القصف #غزة_الآن #عاجل #فلسطين_حرة #gazaunderattack #gaza_under_attack

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Jaafar Ahmed shared a
Translation is not possible.

Stop buying these products because you are contributing to the killing of innocent people.

#غزة_تنتصر

#freepalestine #palestine #غزة #فلسطين #freepalestine #غزة_تحت_القصف #غزة_الآن #عاجل #فلسطين_حرة #gazaunderattack #gaza_under_attack

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

˚˚

‏﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾

‏- سُبحان الله .

‏- الحَمد لله .

‏- لا إله إلا الله .

‏- الله أكبر .

‏- لا حَول و لا قوة إلا بالله .

‏- سُبحان الله و بِحمده .

‏- سُبحان الله العَظيم .

‏- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ.

-لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ.

-اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ.

-يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .

Send as a message
Share on my page
Share in the group