UMMA TOKEN INVESTOR

About me

مسلم متّبع للكتاب والسنّة بفهم سلف الأمّة

Translation is not possible.
Abboottii Rasuulaa Sallallaahu Wasallama aleeyhi Gabaabinaan haffazuuf👇
00:00 / 00:00
4 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
00:00 / 00:00
1 view
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
Garaagarummaan Mu'minaa fii Munaafiqaa Rabbi Zakkaruu [Zikrii godhuu ] fii Rabbi zakkaruu dhabuunii miti. Bakki garaagarummaan jirtu. Mu'umintoonni heddumeeysanii rabbii isaanii Zakkaru, While Munafiqoonni Waa xiqqo Malee Rabbin hin Zakkaran [Zikrii hin godhan].
🌻➻. Gudiin haala keenya ammaa kanakaa!!!!
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
🌼➻.Daa'iilee Gara Adeemsa Salaftootaatti Nama Yaamu Qofa Osoo hin taane Daa'iilee Manhaja Salaftootaa hordofanitti irra akkaan haajamna. 🌻💛
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
Yaa rabbi Fajrii isa booda seeqaa kolfaa gariin isaanii gariidhaan " Alhamdulillaah Yaaddoo fii Duulichi nurraa dhume, Nasriin Rabbii nuuf Dhufte" waliin jedhan isaaniif Jarjarsi.🌻💛
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group