UMMA TOKEN INVESTOR

About me

Yaa Rabbi Milkii biyya Lamaanii Nuwoffaqi Aamiiin

Mu Nu  
7 month Translate
Translation is not possible.

🌱❤️

◆_**. Wanti Baratamu Kuusa hedduudha, Hundi isiituu Barbaachistuudha, Irra barbaachistuun isii Wanta Jireenyaa fii Gammachuun Zalaalam ittiin argamtuudha, Sun Beekumsa Kitaaba Allaahaati. Inni Isuma Beekuutu barbaadama, Beekumsi biraa immoo Riqicha ittiin Isatti gahaniidha.

#قطوف_سلفية

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Mu Nu Сhanged his profile picture
7 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
7 month Translate
Translation is not possible.

↩قال ابن مسعود رضي الله عنه :

♻️Abdallah ibnu Mas'uud akkana jedhe Rabbiin isarraa Haa jaallatuu↩

↖️إذا بخس الميزان :حبس القطر (يعني قلّ المطر)

♻️Yoo madaala hir'isuun baay'ate Roobni Roobuun ni xiqqaata↔️

↖️وإذا كثر الزنا : كثر القتل ووقع الطاعون

♻️Yoo Zinaan baay'ate Ajjeechaa fi dhokkuboonni tasa nama Ajjeesan Argamuun ni hedduummata↔️

↖️وإذا كثر الكذب : كثر الهرج (الهرج القتل بسبب الفتن)

♻️Yoo kijibni baay'ate Ajjeechaan sababaa rakkoo garagaraatiin argamu ni heddummaata!⤴️

📚[المستدرك (8536)

Send as a message
Share on my page
Share in the group
8 month Translate
Translation is not possible.

,||_° Qooda Shahideen Rabbi biraa Qabu🍁🍀

🌼➻ . Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedha " Nama Shahiideef haala 6 tu Rabbi bira isaaf jira.;-

1. Ba'iinsa dhiigni jalqaba isaarraa bahu san keessatti isaaf araarama.

2. Bakka qubsuma isaa kan jannataa ni arga.

3. Azaaba qabrii irraa nagaga baha. Rifaata guddaa san irraa Nagaya baha.

4. Taaja Kabajaa Kan Yaaquuta irraa ta'e kan Wanta Duniyaa fii wanta isii keessa jirturra caalutu Mataa isaatirra isaaf kaa'ama.

5. Huurul eynii 72 fuusifama.

6. Firoota isaa Nama 72 Magantaa fuudha."

رواه الترمذي (1663) وابن ماجه (2799) وأحمد (17182) وصححه الألباني

Send as a message
Share on my page
Share in the group
8 month Translate
Translation is not possible.

Sheik Fowzaan Hafizahullah akkas jedhan

“Subhaa (Zikriif jedhanii Callee fayyadamuun) Aadaa Suufiyyaa dha. Dhiisi (Ati Qubni kee si gaha.)

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group