UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.
☘🖊. Salaata Raka'aa lamaa kan garbichi qalbii isaa waan biraatirraa qulqulluu [free] taasisee qaamaa fii qalbii isaatiin  rabbirratti as garagalee salaatuutu Raka'aa 200 kan Kuni keessa hin jirre irra caalaa Rabbi biratti jaalatamtuudha. 🌼🍁
◈Ibn Al Qayyim.
Al Manaar Al-Munif ||
     _ 🫧🦋_
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Ramadan Usman shared a
Translation is not possible.
As wr wb dubbisi mee
#sheerrii_godhaa
ERGAMAAN RABBII (S.A.W) AKKANA JEDHAN
# Erga dubbiiste hiriyyoota keetif dabarsi
Ni dhufa zamanni ummata tiyyarra waa shan jaalatanii waa shan irraanfatan.*
1. Duniyaa jaalatanii, *aakhiraa* irraanfatan.
2. Qabeenyaa jaalatanii, *Qormaata* irraanfatan.
3. Uumamaa jaalatanii, *ka uume* irraanfaran.
4. Gamoo jaalatanii, *Qabrii* irraanfatan.
5. Dilii jaalatanii *towbaa* irraanfatan.
Yaa rabbii kiyyaa ummata kanara nun godhiin yaa allah
*_Yaa rabbi irra dabriifi barakaa godhiif nama ergaa tana.facaasee_*..
Yaa rabbi nama "LIKE" godhe
jaaladhu .
Kan "Aaamiin" je'eef qeebali .
Kan "SHARE" godhe rizqii dhuman
qabne kenniif .
jannata keessatti ollaa nabi
muhammad S.A.W isa qubsiisi !!!
Ati sher gochuudhan namnni tokko dubbise yo of yaadate ati milkooftte bari.
Yaarabbi maalttu nu eeggata laata 😥 sher woliif godha
image

Ramadan Usman Сhanged his profile picture
1 years
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group