UMMA TOKEN INVESTOR

About me

👉Ati jennaan maaltu hin taane.!

Translation is not possible.

▶Waan Dhaga'an Hunda Odeessuun Kijiba Guddaa  irraahi:

=============|||============

- Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: {Namaaf Waan Dhaga'e hunda Haasa'uunuu kijibaaf isaaf Geessi}.

     -Muslimtu Gabaase.

🎯عَنْ خُبَيْبِ بْنِ عَبْدِ الرَّحْمَنِ عَنْ حَفْصِ بْنِ عَاصِمٍ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: ((كَفَى بِالْمَرْءِ كَذِبًا أَنْ يُحَدِّثَ بِكُلِّ مَا سَمِعَ)). روه مسلم.

-Waan Argitee fi Dhageesse hunda Hin odeessin. Garii isii qabadhu.

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

5️⃣Waa shan waa shan dura saamadhu.

‏( ﺍﻏْﺘَﻨِﻢْ ﺧَﻤْﺴًﺎ ﻗﺒﻞَ ﺧَﻤْﺲٍ : ﺷَﺒﺎﺑَﻚَ ﻗﺒﻞَ

ﻫِﺮَﻣِﻚَ، ﻭﺻِﺤَّﺘَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺳَﻘَﻤِﻚَ، ﻭﻏِﻨﺎﻙَ ﻗﺒﻞَ ﻓَﻘْﺮِﻙَ، ﻭﻓَﺮَﺍﻏَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺷُﻐْﻠِﻚَ، ﻭﺣَﻴﺎﺗَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﻣَﻮْﺗِﻚَ

🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

~Dargaggummaa kee dullummaan duratti.

~Fayyaa kee dhukkubasatuun duratti.

~Durummaa kee hiyyumaan duratti.

~Yeroo boqqoonaa kee shaagalamuun duratti.

~Jiruu kee du'a dura saamadhu .

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Rasuul (صلى الله عليه وسلم) akkana jedhe:

﴿كُلُّ أُمَّتي يَدْخُلُونَ الجَنَّةَ إِلّا مَن أَبى, قالوا: يا رَسُولَ اللَّهِ, وَمَن يَأْبى? قالَ: مَن أَطعَنِي دَخَلَ الجَنَّةَ, وَمَن عَصانِي فَدْ أَبى.

"Ummanni koo hundi Jannata ni seenu, kan dide hin jiru." Ergamaan Waaqayyoo kan jannata seenuu dide eenyu? Inni anaaf ajajame samii seene. Namni natti fincile ibiddi ni seena."

{Bukhaariin gabaase: 7280}

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا لَعِبٌ وَلَهْوٌ وَلَلدَّارُ الْآخِرَةُ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يَتَّقُونَ أَفَلَا تَعْقِلُونَ

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

وَمَا الْحَيَاةُ الدُّنْيَا إِلَّا لَعِبٌ وَلَهْوٌ وَلَلدَّارُ الْآخِرَةُ خَيْرٌ لِّلَّذِينَ يَتَّقُونَ أَفَلَا تَعْقِلُونَ

Send as a message
Share on my page
Share in the group