Translation is not possible.

As wr wb dubbisi mee

#sheerrii_godhaa

ERGAMAAN RABBII (S.A.W) AKKANA JEDHAN

# Erga dubbiiste hiriyyoota keetif dabarsi

Ni dhufa zamanni ummata tiyyarra waa shan jaalatanii waa shan irraanfatan.*

1. Duniyaa jaalatanii, *aakhiraa* irraanfatan.

2. Qabeenyaa jaalatanii, *Qormaata* irraanfatan.

3. Uumamaa jaalatanii, *ka uume* irraanfaran.

4. Gamoo jaalatanii, *Qabrii* irraanfatan.

5. Dilii jaalatanii *towbaa* irraanfatan.

Yaa rabbii kiyyaa ummata kanara nun godhiin yaa allah

*_Yaa rabbi irra dabriifi barakaa godhiif nama ergaa tana.facaasee_*..

Yaa rabbi nama "LIKE" godhe

jaaladhu .

Kan "Aaamiin" je'eef qeebali .

Kan "SHARE" godhe rizqii dhuman

qabne kenniif .

jannata keessatti ollaa nabi

muhammad S.A.W isa qubsiisi !!!

Ati sher gochuudhan namnni tokko dubbise yo of yaadate ati milkooftte bari.

Yaarabbi maalttu nu eeggata laata 😥 sher woliif godha

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group