UMMA TOKEN INVESTOR

Abdi Mohammed shared a
Translation is not possible.
በቀንና ማታ የምንሰግዳቸው የአምስቱ ሶላቶች ትሩፋት!
ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦
﴿أَرَأَيْتُمْ لو أنَّ نَهْرًا ببابِ أَحَدِكُمْ يَغْتَسِلُ منه كُلَّ يَومٍ خَمْسَ مَرّاتٍ، هلْ يَبْقى مِن دَرَنِهِ شيءٌ؟ قالوا: لا يَبْقى مِن دَرَنِهِ شيءٌ، قالَ: فَذلكَ مَثَلُ الصَّلَواتِ الخَمْسِ، يَمْحُو اللَّهُ بهِنَّ الخَطايا.﴾
“አንደኛችሁ ከደጃፉ የሚፈስ ወንዝ ቢኖርና በቀን አምስት ጊዜ ቢታጠብበት አንዳች እድፍ ይቀርበታልን እስቲ ንገሩኝ? ‘የለም ምንም እድፍ አይኖርበትም አሉ’ ሰሃቦች። ይህ እንግዲህ አላህ ኃጢአቶችን የሚያብስባቸው የአምስቱ ሶላቶች ምሳሌ ነው።”
📚 ቡኻሪ (568) ሙስሊም (667) ዘግበውታል
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Abdi Mohammed shared a
Translation is not possible.
Tajaajilli bilbilaafi intarneetii Gaazaa keessatti adda citee ture deebi'uufi
Spider Media : Onkololeessa 17/2016
Weerara Israa'el Filisxiin irratti raawwataa jirtuun Gaazaa keessatti haleellaa samiirraa qaqqabaa jiruun bu'uuraaleen misoomaa hedduun barbada'aa jiru. Ifaa, bishaan dabalatee tajaajiloonni hedduun duursanii adda kan citan yoo ta'u tajaajilli bilbilaafi intarneetiis guyyoottan muraasaaf adda cituun kan beekamuudha.
Kanneen dabalatee tajaajiloonni adda citan akka sirratan gaaffiifi duulli garaa garaa gaggeeffamaa kan ture yoo ta'u isaan keessaa tokko tajaajilli bilbilaafi intarneetii adda cite akka deebi'uuf sochii karaalee miidiyaa hawaasaatiin namoota biyyoota garaa garaatiin taasifamaa tureedha.
Kanumaanis bu'uura lammiileen biyyoota adduunyaa hedduun tajaajiloonni kunneen gara hojiitti akka deebi'aniif isatti iyyataa turaniitiin abbaan qabeenyaa dhaabbata X (kan duraan Twitter jedhamuu) fi Tesla Elon Mask tajaajilli bilbilaafi intarneetii yookaan quunnamtii hawaasaa lammiilee Gaazaatiif, godaantotaaf, qindeessitootaaf, dhaabbilee gargaarsaatiif, dhaabbilee fayyaafi kanneen hariitiitti tajaajilli kun isaan barbaachisu karaa saatalaayitiitiin akka isaan qaqqabu gochuuf waadaa seeneera.
Nu hordofaa
YouTube https://youtube.com/@
Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#spidermedia
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Abdi Mohammed Сhanged his profile picture
2 years
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group