6 month Translate
Translation is not possible.

ከሞት በላይ ቦኖርም ይገባቸው ነበር እስኪ እንድህ ይቅመሱት ለእነቱላህ አለይሁም የሁዲ

قَاتِلُوهُمْ يُعَذِّبْهُمُ اللَّهُ بِأَيْدِيكُمْ وَيُخْزِهِمْ وَيَنصُرْكُمْ عَلَيْهِمْ وَيَشْفِ صُدُورَ قَوْمٍ مُّؤْمِنِينَ

ተጋደሉዋቸው፡፡ አላህ በእጆቻችሁ ያሰቃያቸዋል፡፡ ያዋርዳቸዋልም፡፡ በእነሱም ላይ ይረዳችኋል፡፡ የምእምናን ሕዝቦችንም ልቦች ያሽራል፡፡

8 views
2 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Fatuma Ali shared a
Translation is not possible.

Israa'eel Holqa Haamaas To'achuuf yoo Jettu Haamaas gama isaatii kottu anis qophiidhaa jedheera.

----------------

Tv Hamiltan:Onkoloolessa 20/2016 Finfinnee

Waraanni Haamaasiifi Israa'eel gidduutti eegale akkuma itti fufetti jira. Israa'eel Haamaasiin balleessuuf holqa inni keessa jiraatu to'achuuf yaaliin gochaa jirtu hanga ammaatti hin milkoofne. Haamaas akka salphaatti kan bira dhaqqabamus hin taane.

Gazzaan kallattii hundaan Israa'eel kan marfamte yoo ta'u qaawwa xiqqoo qofaanidha kan isheen Ijiptiin daangeffamtu. Gazzaan haala kanaan utuu Israa'eeliin marfamtee jirtuu qabsoon Haamaas godhu ammoo namoota baay'eedhaaf gaaffii guddaa ta'eera. Haamaasiif kallattiin meenshaan seenu tokkollee hin jiru. Meenshaan waraanaa haa hafuutii deeggarsi namoomaatuu yoo Israa'eel hayyamte qofadha kan inni seenuu danda'u.

Haamaas haala kana keessa utuu jiru humna isaa ijaaree rookkeettiiwwan km70 ol deemanii ergama ba'uu danda'aniin Telaaviiviin yoo haleeluu abjuu hiikkachuu dadhabee ta'ee jira. Haamaas meenshaalee kana eessaa argate eessa fide kan jedhus gaaffii guddaa uumeera. Israa'eel waan hunda caalaa wanni ta'aa jiru to'annoo ishee jalaa ba'ee Haamaas deebi'ee sodaa guddaa isheetti ta'uun mataa ishee cabsee jira.

Holqi Haamaas hojjate km500 dheerata jedhamee tilmaamu kun Israa'eel onnee guutuudhaan akka gara Gazzaa hin imalle ishee danqeera. Yaalii gootellee kisaaraa guddaadhaan deebiteetti. Holqi Haamaas fayyadmu kunis hulaan galumsa isaatiifi ba'umsa isaa gonkumaa hin beekamu. Gazzaa keessaa iddoo akkasiiti jedhanii dubbachuufis rakkisaadha. Holqi kun lafa jala hanga Ijipitittis ni deema jedhamee himama.

Holqi Haamaas fayyadamu sraa'eeliif Abjuu ta'e kun bara 2017-2021 keessatti akka ijaarame ibsamus sana dura holqonni akka turanis ni himamaa. Holqi kun Haamaasiif giddu gala ajajaafi bakka kuusaa meenshaaleetis jedhama. Hoggantoonni waraana Haamaas kaan biyyoota adda addaa keessa jiraatanus holqicha keessa kan jiraatanus ni jiru jedhamee himama. Maagaala xiqqoo Gazzaa Keessa holqoonni 2500 akka jiran ni tilmaamama.

Haamaas akkaataa hiriirsaa humna waraanaa isaa heddu kan nama ajaa'ibuufi artiidhaan kan guutamedhas jedhamaa. Israa'eel waraanni lafoo isheen eegalte irra guddaan kaayyoo ishee holqoota kana duuchuufi hoggantoota waraanaa Haamaas to'achuu ykn tarkaanfii irratti fudhachuudha. Kana males sababni gamoowwan daaraa ta'aa jiranuuf holqoonni kun hulaan isaa garasiin tilmaama jedhuun akka ta'es odeessaaleen ni addeessu.

Haamaas immoo gama isaatiin waraana lafoo Israa'eel eegalteef guutummaatti qophii ta'uu beeksisee jira.

Waraana halkan kaleessaa gaggeeffameen Loltoonni Israa'eel hedduun miidhamaniiru. Hangafummaan Loltoonni ogeeyyeeiin meenshaa Miisaa'elaa Haamaan dhuka'u qolachuuf ergama irra turan sadii ajjeeffamaniiru. Meenshaan kun Irone Done kan jedhamu yoo ta'u miisaa'ela furgugga'u qolachuuf kan ooludha.

Ogeeyyiin meenshaa kana utuu Operate godhanii aggaammii Haamaas keessa bu'uun haleelamaniiru. Ogeeyyiin kunniinis maqaan isaan isaanii Komaandar Biniyaam Gabreel,Komaandar Naataav Kuzareefi Kaappiteen Shahar Saudiyaan akka ta'e ibsameera.

Woraaanni Gazzaa itti fufuun ni gaggeeffama taanaan gatiin boba'aa barmeelli tokko Doolaara 150 galuu akka danda'u Baankiin Adduniyaalessaa beeksiseera.

Woraanichi haala amma jiruun itti fufa taanaan Boba'aan barmeelli tokko Doolaara 90 ture daran dabaluun Doolaara 150 seenuu akka danda'u sodaa qabu ibsee jira. Gatiin boba'aa dhiheenyatti gadi bu'uu danda'a jedhamee kan tilmaame ta'us faallaa kanaa ol ka'ee rakkoo hamaa uumuu danda'a jechuun Baankiin Adduniyaa sodaa isaa ifoomseera.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Fatuma Ali shared a

3 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Fatuma Ali shared a
Translation is not possible.

استهداف مركبات الصهيوني الله أكبر

7 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Fatuma Ali shared a
Translation is not possible.

እነዚህ ሶስት የእስራኤል ወታደራዊ ጠበብቶች የእስራኤል አየር መከላከያ የሆነውን Irone dome ን ኦፕሬት የሚያደርጉ ጠበብቶች ናቸው ። ታድያ ዛሬ በጋዛ ቅርብ ርቀት ላይ ይህንን የአየር መከላከያ ኦፕሬት እያደረጉ የሀማስን ሮኬቶች አየር ላይ እያመከኑ እያለ ከመቅፅበት  ሀማስ አሰናብቷቸዋል ። ወደ ጀሀነምም ልኳቸዋል !

እነዚህ ወታደራዊ ጠበብቶች ኮማንደር ቢኒያሚን ገብርኤል ፣ ካፒቴን ሻሀር ሳኡዲያን እና ኮማንደር ናታቭ ኩዛሮ ይባላሉ ።

ዛሬም ጦርነቱ ተፋፍሞ የቀጠለ ሲሆን ሀማስ በርካታ የእስራኤል ወታደሮችን መደምሰስ ችሏል ። እስራኤልም የከፈለኩትን ከፍየ ጋዛን እቆጣጠራለሁ ብላ ሙሉ ሀይሏን እየተጠቀመች ነው።

ሌሎች ፈጣን እና የተለያዩ መረጃዎች እንድደርስዎ ፔጃችንን ይቀላቀሉ

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group