UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.
😪wollahiy sii #fayyadaahanga #xumuraatti dubbisi
Sher godhii☾
#dhaamsa ergamaa rabbiiﷺ( 1)
#namoottan rafaan #jiidduu hin taa,in hin rafinis namoottan taa'an jidduu Harkaa keetis hin kaahin mallaa irraa,quba keetis #walkeessa hin naqin /hin kaahin ,Horoofa/dhoqqes hin #nyaatin ,Halkanis daawwitii hin ilaalin ,Uffatas gara galchitee hin uffatin ,Hin afuufin nyaata how,aa/ waan #bishaan itti dhugan keessattis,
Gara waan sirra bahuus hin ilaalin,Nyaata keetis hin suufin/hin #urgeeffatin,Hoggaa afaan kaahattu hin guddisin,Dukkana keessattis hin nyaatin,
👤#dhaamsa nabiyyii (2)
namni #salawaata narratti buuse eega miila lamaan dhiqatee yeroo kudhan narratti buuse rabbin yaada isaa isaaf baasa du,aa,iin isaas #niqeebalamtiif
addunyaaf hin bololinaa wanni hundi nideema dalagaa gaarii malee
👤#dhaamsa nabiyyii ( 3)
suuraa #yaassiin qara,uun sirra haa jiraatu
beelahaan yoo isii qara,e quufu malee
dheebotaan dheebuu bahu malee
ka qulla jiru rabbin isa itti uffisu malee
ka hin fuudhin fuudhu malee
ka #sodaate rabbin isa tiysu malee
ka dhukkubsate rabbin isa fayyisu malee
ka hidhame rabbin isa baasu malee hidhaa san irraa
ka imaltuu deeme rabbin isa gargaaru malee imaltuu isaaa irratti
👤Du,aa,iii #zambii laaffistu
Yaa rabbi an sitti maganfadha ni,imaan tee narraa deemuu fayyaan tee narraa deemuu
hunda waan #dallansuu kee natti fiduu sitti #maganfadha
Yaa rabbi akkuma guyyaa ani dhaladhe na boochiste ka #namoonni ana moggaa kolfu na kofalchiisi guyyaa du,a tiyyaa wayta namni na moggaa boohu
👤Du,aa,iii #yuunus
(لا اله الا انت سبحانك إني كنت من الظالمين )
Share godhi telefoona kee Keessatti hiitee hin taa,iniin hulaa cufame siif banuutu mala
Ergamaan rabbi sheyxaana gaafata☾
Akkana jedhe #ergamaan rabbi : Yaa #abaaramaa eennu ta'aan kee/eennu teessoon kee ?
Akkana jedhe : Nama ribaa nyaatu
Akkana jedheen : Eennu saahibni kee ?
Akkana jedhe : #nama zinaa dalagu
Akkana jedheen : Eennu #irkannoon kee ?
Akkana jedhe : Nama machaahe
Akkana jedheen : Eennu keessummaan kee ?
Akkana jedhe : hattuu
Akkana jedheen : Eennu #ergamaan kee ?
Akkana jedhe : #namticha sihrii dalagu
Akkana jedheen : Maaltu ija kee gammachiisa?
Akkana jedhe : kakachuu nikaha hiikuun
Akkana jedheen : Eennu jaalalleen kee ?
Akkana jedhe : Nama salaata jum'aa dhiisu
Akkana jedheen ergamaan rabbi Yaa abaaramaa maaltu duuyda kee si cabsa ?
Akkana jedhe : Nama karaa rabbii Keessatti jihaadu
Akkana jedheen : Maaltu qaama kee baysa/ baqsa?
Akkana jedhe : Towbaa namticha towbatuu
Akkana jedheen : Maaltu tiruu tee goysa?
Akkana jedhe : heddummaachuu istighfaara rabbii oltaheef halkanii fi guyyaa
Akkana jedheen : Maaltu fuula kee salphisa ?
Akkana jedhe : #sadaqaa dhoksaa
Akkana jedheen : Maaltu ija kee jaamsa ?
Akkana jedhe : Salaata fajrii
Share godhi #sheyxaanni si hin dhoorgin
(laa ilaaha illallaah ) ergi nama sibira jiru hundaaf eegasii ilaali nama meeqatu rabbi zakkara sababaa keetiin
Yoo argite waan nama kofalchiisaa / #mammaaksa share goota 😞! Osoo agartee hoo sulusa qur.aanaa maal goota !
﷽.﴿.قُل.هُوَ.اللَّهُ.أَحَدٌ.۞.اللَّهُ.الصَّمَدُ.۞.لَمْ.يَلِدْ.وَلَمْ.يُولَدْ.۞.وَلَمْ.يَكُن.لَّهُ.كُفُوًا.أَحَد.﴾.tt.
qalbii keetirraa jechuu yaali 👇 :
أشهد أن لا إله إلا الله وأشهد أن محمدا رسول الله ~»
#kabajaadha dirqamaa miti dubbisa yoo geessite (laa ilaaha illallaah Muhammad
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
Oduu Ammee!
Biyyi Yaman akka amma ibsa miidiyaaf kennitetti Israael duguuggaa Sanyii (Genocide) Falasxiin irratti raawwachaa waan jirtuuf ni haleellaa jattee jirti. Dubbi himaan mootummaa Yamanii akka jadhutti Israael yeroo sadi Misaa'elaafi Dirooniin haleellee jirra ammas ni haleellaa jadhan yeroo biyyoonni Islaamaa baay'een ibsa qafa irratti hafanitti Yaman akka dhiiraa ad baate fakkaatti!...🙂
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
👉Breaking.. ‼
Gaazaa keessatti dhohiinsi baay'ee guddaa ta'e dhagahame. Galgala kana meeshaaleen qunnamtii karaa gutumaan gututti jedhamuun addaan citaniiru. Addunyaan Isra'el waranicha akka dhaabdu gaafattus Israa'eel diddee itti fufteerti.
Rabbiin ummata nagayaa Gaazaa keessa jiruuf haa dirmatu🙏
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
muhammadsaali she faris Сhanged his profile picture
2 years
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
ODUUU AMMAA
Liibiyaan 🇱🇾 Ambasaddaroota biyyoota shanii ariuun biiroo imbaasii jaraa saamsitee jirti.
Akkasuma Ameerikaa,Ingilizii,Jarmaan,Faransaayii fi Xaaliyaan waliin haariiroo maamilummaa gurtgurtaa bobaa'aa waliin qabdu addaan kutuuf wixinee dhimmichaa irratti mana maree bakka buoota ummata liibiyaa waliin mariyaatamee murtaa'ee jira.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group