😪wollahiy sii #fayyadaahanga #xumuraatti dubbisi
Sher godhii☾
#dhaamsa ergamaa rabbiiﷺ( 1)
#namoottan rafaan #jiidduu hin taa,in hin rafinis namoottan taa'an jidduu Harkaa keetis hin kaahin mallaa irraa,quba keetis #walkeessa hin naqin /hin kaahin ,Horoofa/dhoqqes hin #nyaatin ,Halkanis daawwitii hin ilaalin ,Uffatas gara galchitee hin uffatin ,Hin afuufin nyaata how,aa/ waan #bishaan itti dhugan keessattis,
Gara waan sirra bahuus hin ilaalin,Nyaata keetis hin suufin/hin #urgeeffatin,Hoggaa afaan kaahattu hin guddisin,Dukkana keessattis hin nyaatin,
👤#dhaamsa nabiyyii (2)
namni #salawaata narratti buuse eega miila lamaan dhiqatee yeroo kudhan narratti buuse rabbin yaada isaa isaaf baasa du,aa,iin isaas #niqeebalamtiif
addunyaaf hin bololinaa wanni hundi nideema dalagaa gaarii malee
👤#dhaamsa nabiyyii ( 3)
suuraa #yaassiin qara,uun sirra haa jiraatu
beelahaan yoo isii qara,e quufu malee
dheebotaan dheebuu bahu malee
ka qulla jiru rabbin isa itti uffisu malee
ka hin fuudhin fuudhu malee
ka #sodaate rabbin isa tiysu malee
ka dhukkubsate rabbin isa fayyisu malee
ka hidhame rabbin isa baasu malee hidhaa san irraa
ka imaltuu deeme rabbin isa gargaaru malee imaltuu isaaa irratti
👤Du,aa,iii #zambii laaffistu
Yaa rabbi an sitti maganfadha ni,imaan tee narraa deemuu fayyaan tee narraa deemuu
hunda waan #dallansuu kee natti fiduu sitti #maganfadha
Yaa rabbi akkuma guyyaa ani dhaladhe na boochiste ka #namoonni ana moggaa kolfu na kofalchiisi guyyaa du,a tiyyaa wayta namni na moggaa boohu
👤Du,aa,iii #yuunus ☾
(لا اله الا انت سبحانك إني كنت من الظالمين )
Share godhi telefoona kee Keessatti hiitee hin taa,iniin hulaa cufame siif banuutu mala
Ergamaan rabbi sheyxaana gaafata☾
Akkana jedhe #ergamaan rabbi : Yaa #abaaramaa eennu ta'aan kee/eennu teessoon kee ?
Akkana jedhe : Nama ribaa nyaatu
Akkana jedheen : Eennu saahibni kee ?
Akkana jedhe : #nama zinaa dalagu
Akkana jedheen : Eennu #irkannoon kee ?
Akkana jedhe : Nama machaahe
Akkana jedheen : Eennu keessummaan kee ?
Akkana jedhe : hattuu
Akkana jedheen : Eennu #ergamaan kee ?
Akkana jedhe : #namticha sihrii dalagu
Akkana jedheen : Maaltu ija kee gammachiisa?
Akkana jedhe : kakachuu nikaha hiikuun
Akkana jedheen : Eennu jaalalleen kee ?
Akkana jedhe : Nama salaata jum'aa dhiisu
Akkana jedheen ergamaan rabbi Yaa abaaramaa maaltu duuyda kee si cabsa ?
Akkana jedhe : Nama karaa rabbii Keessatti jihaadu
Akkana jedheen : Maaltu qaama kee baysa/ baqsa?
Akkana jedhe : Towbaa namticha towbatuu
Akkana jedheen : Maaltu tiruu tee goysa?
Akkana jedhe : heddummaachuu istighfaara rabbii oltaheef halkanii fi guyyaa
Akkana jedheen : Maaltu fuula kee salphisa ?
Akkana jedhe : #sadaqaa dhoksaa
Akkana jedheen : Maaltu ija kee jaamsa ?
Akkana jedhe : Salaata fajrii
Share godhi #sheyxaanni si hin dhoorgin
(laa ilaaha illallaah ) ergi nama sibira jiru hundaaf eegasii ilaali nama meeqatu rabbi zakkara sababaa keetiin
Yoo argite waan nama kofalchiisaa / #mammaaksa share goota 😞! Osoo agartee hoo sulusa qur.aanaa maal goota !
﷽.﴿.قُل.هُوَ.اللَّهُ.أَحَدٌ.۞.اللَّهُ.الصَّمَدُ.۞.لَمْ.يَلِدْ.وَلَمْ.يُولَدْ.۞.وَلَمْ.يَكُن.لَّهُ.كُفُوًا.أَحَد.﴾.tt.
qalbii keetirraa jechuu yaali 👇 :
أشهد أن لا إله إلا الله وأشهد أن محمدا رسول الله ~»
#kabajaadha dirqamaa miti dubbisa yoo geessite (laa ilaaha illallaah Muhammad