UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.

#jum,aa_milkii_ rizqii isinii haa ta,u..

Yaa Kan akka isaa

Dubartiin hin deenyee

Bareeda akka isaa

Ijjillee hin arginee

Rahmata Aalamaaf

Kan rabbiin si ergee

Hunda namaa kabajee

Kan mirga isaa eegee

Yaa kan jaalalli isaa

Nagaa Namaaf laatu

Nagaafi Rahmanni

Sirra Haa Jiraatu

Rabbiin nu haa godhu

Nama dhugaan si jaalatu

Warra bor firdawsiin

Ollaa kee jiraatu

Yoo isaan jaallatte Salawaata irratti buusi Doqna Hin ta'in! Tokkicha ati isa irratti buuften rabbiin kudhan sirratti buusa.

Sayyidii ya rasuul ya nuraa walalaa....

Ollaa kan kee tahuun hoggayyu kaajelaa....

Nuha godhuu warra sunna kee qabatuu....

Nagayaaf rahmanii sirra ha jiiraatuu....

Sallalahu aleyhi wa sellam

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

✍✍✍✍✍✍✍✍

#jum,aa_milkii_fi _rizqii nuu haa godhu

#keessi keenya yeroo Iimaanaan bareedu qaama keenya irratti calaqqisa. Imaanni keessaa burqe immoo humna guddaa qaba. Ifa qaba. Qaamarratti guuddate mul'ata.

Imaanni, alarraa qofa ta,e, garuu ifni isaa laafaa dha. Qaamni keenya hagamiyyu haa bareedu yoo keessii keenya Imaanan hin deggaramne baduun isaa hin oolu.

Bifa alaa keenyaa caalaa keessoo keenya miidhagsuu irratti haa xiyyeeffannu. Sana booda bifti keenya alaa ofuma isaatiin bareedaa ta,a

Rabbiin iimaanaan nu haa ibsu 🤲🤲

💚💚💚💚💚💚💚💚💚

إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى

النبي

يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

ኢራን በእስራኤል ላይ ሰው አልባ ድሮኖችን ከመቶ በላይ ተኩሳለች። አሜሪካ እንግሊዝና እስራኤል ተባብረው ለማክሸፍ ሲሯሯጡ አድረዋል። የተፈራው ቀውስ ተቀጣጥሏል። እስራኤል የጋዛ ሕጻናት ለስድስት ወራት ስታጭድ ሲያበረታቱ የነበሩ ሁላ ወላፈኑ ደህና አድርጎ ነው የሚያጠናግራቸው። ለኃጥአን የተወረወረ ለጻድቃንም መትረፉ አይቀርም። ባይሆን እኛ ከየትኞቹ ነን ነው ዋናው ጥያቄ?

ከበደለኞች ጎን ወይስ የበዳዮች አታሞ ደላቂ? የጨው ተራራ ሲናድ ሞኝ ይስቃል ብልህ ያለቅሳል።

#via Hussen Kedir

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

هل تبحث عن السعادة والراحة النفسية؟💔 أنا وجدتها في الذكر والدعاء🌴وجدتها في فوائد تبعث في النفس الشوق إلى الله تعالى 🌴وجدتها مع تطبيق المصلي☘

https://almosally.page.link/ERhByBEnLaworfJ89

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Send as a message
Share on my page
Share in the group