Translation is not possible.
▶Waan Dhaga'an Hunda Odeessuun Kijiba Guddaa  irraahi:
=============|||============
- Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: {Namaaf Waan Dhaga'e hunda Haasa'uunuu kijibaaf isaaf Geessi}.
     -Muslimtu Gabaase.
🎯عَنْ خُبَيْبِ بْنِ عَبْدِ الرَّحْمَنِ عَنْ حَفْصِ بْنِ عَاصِمٍ قَالَ رَسُولُ اللَّهِ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ: ((كَفَى بِالْمَرْءِ كَذِبًا أَنْ يُحَدِّثَ بِكُلِّ مَا سَمِعَ)). روه مسلم.
-Waan Argitee fi Dhageesse hunda Hin odeessin. Garii isii qabadhu.
Send as a message
Share on my page
Share in the group