UMMA TOKEN INVESTOR

About me

🛑Qilleensi hundi haabuubbisu garuu qilleensa hunda wajjiin bubbisuutu simiidha ✅

Translation is not possible.

Dooniin Namoota 75 ol feetee turte Galaana Diimaatti dhidhimteetti.

----------------------------------

Dooniin Namoota 75 moggaa Yamanii feetee turte dhidhimuun ishee himame. Dooniin kun baay'inaan godaantota gaanfa Afrikaa kan feetee turte yoo ta'u achi buuteen ishee dhabameera.

Dooniin galaana diimaatti dhidhimte kun namoota 75 isheen fe'atte keessaa 26 yoo baraaraman kaan achi buuteen isaanii dhabameera jedha daangaa eegaan Yaman tokko yaada kenneen.

Dooniin kun kan isheen dhidhimuu dandeesse bubbee cimaa galaanicha irraa ishee mudateen ta'uunis eerameera.

Taateen akkanaa yoo mudatu kun kan yeroo jalqabaa miti. Namoonni baay'een Itiyoophiyaa,Soomaliyaa Jibuutiifi kanneen biroo irraas gara biyyoota birootti godaanuun jireenya fooyya'aa barbaacha kallattii kanaan ni imalu. Haa ta'uutii garuu balaan akkanaa immoo yoo mudatu baay'eetu lubbuu qaalii dhaba.

Nuhordofaa

👉YouTube https://youtube.com/@TOLTUMEDIA?

👉Telegram

https://t.me/toltu_media

👉Facebook

https://www.facebook.com/

👉TikTok

https://www.tiktok.com/@toltu.media?

image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

‏خطة حماس لهزيمة إسرائيل-الجزء الأول

بقلم: أحمد منصور

دون شرح أو مقدمات، هذه خلاصة ما توصلت إليه من خلال متابعتي لمعركة طوفان الأقصى منذ بدايتها. وقد قدمت في مقال سابق خطة إسرائيل في غزة. واليوم أقدم خطة حماس لاستكمال النصر على إسرائيل :

 أولاً: انتصار حماس على إسرائيل في ٧ أكتوبر ٢٠٢٣ سطّر في صحائف التاريخ واعترفت به الدنيا كلها ولن يمحوه أحد. فحماس انتصرت في أول يوم. لكنها الآن تكمل المعركة التي فرضت عليها .

 ثانياً: لم تدخل حماس للمعركة إلا بعد أن أخذت بأمر ربها ” وأعدوا ” فأعدت رجالها وسلاحها وأخذت بأسباب النصر، وهي علي ثقة بأن الله لن يخذلها، وقد استمرت مواجهتها مع إسرائيل في العام ٢٠١٤ خمسين  يوماً، وقد أعدت نفسها في هذه الحرب لمدة أطول .

 ثالثاً: إيمان حماس بأن العقيدة القتالية أساسية في المواجهات العسكرية. وعقيدتها العسكرية تقوم على تعاليم ربانية تدرك أن النصر من عند الله، وكم من فئة قليلة غلبت فئة كثيرة بإذن الله، وسبق أن نصرها الله على إسرائيل في الحروب السابقة ٢٠٠٩ ـ ٢٠١٤ حيث لم تتمكن إسرائيل من السيطرة على غزة وهذا نصر.

أما الجندي الإسرائيلي فعقيدته القتالية فاسدة تستند إلى اللصوصية  والظلم والسرقة والاعتماد على قوة السلاح الذي بيده والمدرعة التي يختبئ بها والقوى الغربية التي تقف وراءه وهو يريد أن يعيش بينما مقاتل حماس يطلب الشهادة .

رابعاً: حركة حماس تملك مراكز دراسات وجهاز مخابرات متقدم وهذا ما كشفته معركة ٧ أكتوبر. وحماس تدرك  أن إسرائيل تعيش حالة من التفكك الداخلي منذ خمس سنوات، وأن ما حدث في ٧ أكتوبر سيحول هذه الحالة إلي صراعات بدأت بالفعل وسوف تتفاقم وقد تنفجر حتى في مرحلة الحرب. لاسيّما بعد المظاهرات التي انتشرت تطالب بتنحي نتنياهو ومحاكمته. 

فالتفكك الحقيقي في المجتمع الإسرائيلي سيبدأ فور انتهاء الحرب التي لا يريد نتنياهو أن ينهيها، لأن نهايتها هي نهايته.

 خامساً:  حماس تقاتل على أرضها وتدافع عن دينها وشرف الأمة كلها ومقدسات المسلمين، بينما العصابات الصهيونية تقاتل على أرض محتلة، ومنطلق القتال يحدد طبيعة الجند، فالمحتل دائماً مهزوم حتى وإن ملك كل الأسلحة الفتاكة مثل إسرائيل ومن يعاونها. لكن الذي يدافع عن أرضه ودينه يقاتل حتى النصر أو الشهادة .

 سادساً: أهل غزة في هذه الحرب يلتفون حول المقاومة بشكل غير مسبوق وكلهم يتوجهون لله وقد غشيهم الله برحمة وسكينة ورضا غير مسبوق جعل غير المسلمين في أنحاء العالم يتعجبون لهذا الصبر والرضا واليقين الذي انعكس على المقاومة في الميدان، وعملياتها وصمودها في ظل حاضنة شعبية قوية وصامدة ومرابطة. بينما الصهاينة يعيشون أسوأ أيام في تاريخ إسرائيل، ويترقبون بخوف لعنة العقد الثامن التي ستحل قريبا بهم  .

 سابعا : أدرك أهل غزة أن الهدف هو تهجيرهم، لكنهم قرروا أن يموتوا تحت أسقف بيوتهم أعزة وشهداء علي أن يعيشوا أذلة ينتظرون المساعدات في الملاجئ والخيام خارج بلدهم  وقد شكل هذا دعماً قوياً للمقاومة وصموداً في المواجهة، وأصاب الإسرائيليين بالجنون لأنهم عجزوا عن تهجيرهم .

 ثامناً: هذه الحرب جعلت العالم -بشكل غير مسبوق- يتعاطف مع قضية فلسطين وأهل غزة، فيما خسرت إسرائيل كل التعاطف حتى من يهود العالم من غير الصهاينة، ويتضح هذا في المظاهرات التي تجوب العالم لاسيّما أمريكا وأوروبا، متحدية كل الحظر، وهذا يشكل دعماً للمقاومة وتأييداً، لأنها تدافع عن أرضها المغتصبة .

تاسعا: سقوط الإعلام الغربي في مستنقع الدعاية الصهيونية وفر لفلسطين وللمقاومة ظهيراً صنعه الله من صناع المحتوى على وسائل التواصل الاجتماعي من أنحاء العالم الذين لعبوا دوراً كبيراً في كسب التعاطف الدولي لفلسطين وفضح أكاذيب الصهاينة وتدمير منظومة الإعلام الغربي المنحاز لإسرائيل والذي لم يعد يثق فيه أحد، وقد لعب هؤلاء دوراً هاماً في صناعة التعاطف الدولي مع أهل غزة والمقاومة دون تكاليف تذكر، بينما ينفق الصهاينة عشرات أو مئات المليارات علي إعلامهم الفاسد والذي سقط في مستنقع الأكاذيب إلى الأبد.

كما أصبحت فلسطين هي الشغل الشاغل لكل من في يده هاتف جوال في أي مكان في العالم، وأصبحت صور المقاومة المذهلة إلهاما ورغبة في الانعتاق  لكل من يعيش تحت نير الظلم أو الاضطهاد .

احمد منصور

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Baankiin mootummaa kan dhala irraa bilisaa akka hundaa'u gaafatame

Toltu-media Page : Onkololeessa 26/2016

Baankiin tajaajila dhala irraa bilisaa kennu mootummaan akka hundaa'uuf gaafatameera.

Tajaajilli baankii dhala irraa bilisaa akka biyyattiitti sadarkaa amma irra jiru caala babal'atee hawaasaaf tajajila akka kennuuf mootummaadhaan baankiin dhalarraa bilisaa akka hundaa'u dura ta'aa itti aanaan perezidaantii mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa Sheyik Abdulkariim Sheyik Badraddiin gaafataniiru.

Sheyik Abdulkariim sagantaa kabaja CBE Nuur waggaa kurnaffaa irratti argamuun haasaa taasisaniin tajaajilli fiddaa baankii dhalarraa bilisaa CBE Nuur baankii daldala Itiyoophiyaa jala jiru akkuma baankiilee islaamaa biroo guutummaan guutuutti tajaajila dhala irraa bilisaa kan kennan ta'ee akka hundaa'u gaafataniiru.

Hanga ammaatti Itiyoophiyaatti tajaajila baankii dhala irraa bilisaatiin qarshiin walitti qabame biliyoona 200 ol ta'uun saganticha irratti eerameera. Harun media wabeeffannne.

Nuhordofaa

👉YouTube https://youtube.com/@TOLTUMEDIA?

👉Telegram

https://t.me/toltu_media

👉Facebook

https://www.facebook.com/

👉TikTok

https://www.tiktok.com/@toltu.media?

image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Barattoonni Muslimaa sadarkaa biyyaalessaafi naannootti qabxii olaanaa galmeessisan badhaafaman

Toltu-media Page: Onkololeessa 25/2016

Liigiin barattoota muslimaa mataduree ''ibnu Kaaliduun istaars awwaard'' jedhuun si'a saddeetaffaadhaaf sagantaa barattoota sadarkaa biyyaalessaafi naannootti qabxii olaanaa galmeessisanii badhaasa kennuu gaggeesseera.

Liigiin barattoota muslimaa mana maree dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaatti galmaa'uun hojiilee barattoota irratti xiyyeeffatan heddu hojjataa kan jiru yoo ta'u hojiilee isaa kanneen keessaa tokko barattoota sadarkaa biyyaafi naannootti qabxii olaanaa galmeessisaniif badhaasota beekamtiifi onnachiisaa kennuudha.

Haaluma kanaan barattoonni kutaa 12ffaafi 8ffaa sadarkaa qabxii galmeessisaniitiin badhaasa meedaaliyaa warqee, birriifi nahaasa argataniiru.

Nuhordofaa

👉YouTube https://youtube.com/@TOLTUMEDIA?

👉Telegram

https://t.me/toltu_media

👉Facebook

https://www.facebook.com/

👉TikTok

https://www.tiktok.com/@toltu.media?

image
image
image
image
image
image
+2
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Magaalaa Finfinneetti dargaggoonni sababa hiriira deeggarsa Filisxiiniif ba'aniif hidhaman hiikaman

Toltu-media Page: Onkololeessa 19/2016

Guyyaa Juma'aa dheengaddaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee naannawaa Beetel masjiida Taqwaatti salaata juma'aa booda hawaasni hirriira ba'uun weeraraafi duguuggaa sanyii Israa'el Filisxiin irratti raawwataa jirtu balaaleffachuu gabaasuun keenya kan yaadatamuudha.

Kanumaanis hiriiricha qindeessitaniittu jedhamuun daraggoota hidhaman keessaa sadii kaleessa galagala hiikamaniiru.

Dargaggoonni kunneen lammiilee miidhamaniif sagalee isaanii dhageessisuufi du'aa'ii gochuufiidhaan alatti yakka hojjatan tokkollee kan hin qabaanne ta'anillee yerosuma to'annoo seeraa jala oolfamani. Erga to'atamaniis mana murtiitti osoo hin dhihaatin guyyoottaniif adaba seeraa male mana hidhaa turanii ba'aniiru.

Nuhordofaa

👉YouTube https://youtube.com/@TOLTUMEDIA?

👉Telegram

https://t.me/toltu_media

👉Facebook

https://www.facebook.com/

👉TikTok

https://www.tiktok.com/@toltu.media?

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group