8 month Translate
Translation is not possible.

,||_° Qooda Shahideen Rabbi biraa Qabu🍁🍀

🌼➻ . Rasuulli Rabbii ﷺ akkana jedha " Nama Shahiideef haala 6 tu Rabbi bira isaaf jira.;-

1. Ba'iinsa dhiigni jalqaba isaarraa bahu san keessatti isaaf araarama.

2. Bakka qubsuma isaa kan jannataa ni arga.

3. Azaaba qabrii irraa nagaga baha. Rifaata guddaa san irraa Nagaya baha.

4. Taaja Kabajaa Kan Yaaquuta irraa ta'e kan Wanta Duniyaa fii wanta isii keessa jirturra caalutu Mataa isaatirra isaaf kaa'ama.

5. Huurul eynii 72 fuusifama.

6. Firoota isaa Nama 72 Magantaa fuudha."

رواه الترمذي (1663) وابن ماجه (2799) وأحمد (17182) وصححه الألباني

Send as a message
Share on my page
Share in the group