UMMA TOKEN INVESTOR

About me

Alahamdulillaah!! For everything #🤲

Translation is not possible.

አስቸኳይ | የሐማስ መሪ አስማ ሀምዳን፡- “የቁ.. ኤስ.ኤስ.፣.ኤም መሪ” ባለፉት 48 ሰአታት ውስጥ 33 የጠላት ተሽከርካሪዎች ላይ ጉዳት ማድረስ ችሏል።

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Ariifachiisaa | Hogganaan Hamaas Asmaa Hamdaan: “K.., hogganaan Q.. S. S.,.. M" sa’aatii 48 darban keessatti konkolaataa diinaa 33 miidhuu danda’eera

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

ወቅታዊ ዜና!!

የፍልስጤም ታጣቂዎች ቦቶሮ ዛሬ በጋዛ ሰርጥ ብዙ የእስራኤል ታንኮችን ሲያወድም የሚያሳይ ቪዲዮ አውጥተዋል! እስራኤል በአየር ጥቃት በሰላማዊ ሰዎች ላይ የጦር ወንጀል እየፈፀመች ነው። ግን የሎፎ ጦርነት በየቀኑ ብዙ ታንኮች እያጣ ነው!

ለሀገራቸው ለሚታገሉት አላህ በርትቶ ይቁም! 🤲

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Oolmaa lola Waraanaa Hamaas fi Israa'iil Adda Waraanaa Gaazaa...!!

Lolli Waraanaa erga jalqabee baatii guutuuf guyyoonni muraasni hafan kun guyyaa har'aa kanas jabaatee geggeeffamaa kan oole yoo ta'u guyyichi guyyaa Injifannoo addaa Gootichi Hamaas keessa goonfate ta'ee jira.

Lola guyyaa har'aa kanaan Waraanni Hamaas injifoonn goonfachuu isaa ibsi Waraanaa gama lamaaniin sa'aatiiwwan muraasa dura kennaman ni akeeka! Ibsa Waraanaa Hamaas fi Israa'iil haala armaan gadiin isiniif qaaccesseen jira.

Hamaas!!

Garee Waraanaa Hamaas 'tti dubbi himaan Birgeedii Al-Qassaam Abuu Ubaydaan ibsa guyyaa har'aa kennaniin "Har'a Injifannoo ol'aanaa goonfannee jirra, Allah 'f galanni haa gahu!!" jechuun ibsa isaanii jalqaban.

"Lola kana kan nuti geggeessaa jirru saba gara-jabeeyyii Nabiyyoota gara isaaniitti ergame ajjeessan waliini dha! Sabni Nabiyyii Rabbii ajjeese Daa'imaa fi namoota nagaa duguuguu ni dhiisa jedhanii yaaduun hin danda'amu!! Garuu duguuggaa kana raawwachuun isaanii injifattoota lolichaa isaan hin taasisu!!" jechuun Abuu Ubaydaa 'n ibsa isaa guyyaa har'aa itti fufe.

Hamaas lola Waraanaa kaleessaa fi har'a geggeesse qofaan loltoota Israa'iil 24 ajjeesuun Taankii fi konkolaataa Waraanaa danuu barbadeessee kan jiru yoo ta'u kun ammoo Kasaaraa guddaa Israa'iil irraan qaqqabsiisee jira.

Mujaahidoonni Hamaas Adda Waraanaa hunda irratti fuulleetti ba'uun loltoota Israa'iil faana wal'aansoo qabuun onnee isaanii Gootummaa isaanii agarsiisaa kan jiran yoo ta'u akka ibsa Abuu Ubaydaa 'tti Isnaayippariin Hamaas loltoota Israa'iiliin tokko tokkoon funaanaa jiraachuu isaatiin loltoonni Israa'iil konkolaataa sibiilaa malee socho'uun itti ulfaatee jira! Konkolaataa Waraanaa yeroo seenan ammoo Rookkettiiwwan farra-taankii Hamaasiif saaxilamuun yeroo isaan dhuman ni mul'ata! Lolichi haala kanaan muddama keessa seenee jira.

Israa'iil Kasaaraa Waraanaa fi dhumaatii loltoota ishee lola Waraanaa lafoon ishee mudata jiru haaloo ba'achuuf haleellaa qilleensa irraa ishee jabeessitee itti fuftee jirti! Haleellaan qilleensa irraa ishee kun ammoo aggaammiin isaa Hospitaalota, Manneen barnootaa, Ambulaansii fi mooraa buqqaatotaa irratti xiyyeeffachuun geggeeffamaa kan jiru dha! Kanuma hordofuun dhumaatiin daa'immanii fi qulqullootaa dabalaa jira.

Israa'iil..!!

Ministeerri Waraanaa Israa'iil Yu'av Galanti 'n har'as gurraacha uffatee mataa isaa gadi cabsee karaa foddaa TV mul'atee jira! Dallansuu fi aariin fuula isaa sana irraa mul'atu daranuu akka inni argaaf hin tolle isa taasisee jira.

Ministeerichi ibsa miira gaddaan kenneen "Lolli Waraanaa nu mudate haalaan ulfaataa dha! Har'as lola ulfaataa lolaa oolle, Addi Waraanaa 's nutti baayyatee jira! Aarsaa qaqqaalii kafalaa lolli Waraanaa nuti geggeessaa jirru kun yeroo dheeraa kan nutti fudhatu lola ijibbaachisaa dha!! Waggaa tokkollee yoo nutti fudhate Hamaasiin osoo hin injifatiin hin deebinu!" jechuun hawwii isaa himee jira.

Kun kanaan osoo jiruu garuu Israa'iil hawaasa idil-addunyaa biratti darbees biyyoo hedduu biratti jibbamaa dhufuun ishee Ameerikaa haalaan yaachisee jira! Keessattuu Suuraan ajjeefamtootaa Gaazaa keessaa ba'aa jiran Hamoon manca'aa jiran Israa'iil akka isheen daran jibbamtuu fi akka isheen Addunyaa irraa mooggeeffamtu tarii ni taasisaa laata jechuun sodaa qabdu ibsattee jirti.

Haa ta'u malee ammas Ameerikaan michuu ishee Israa'iiliif gorsa dhaamuufi hin dhiisne "Duula Waraanaa kee kana keessatti of-eeggannoo taasisi" jechuun hubachiistee jirti.

Gama kaaniin maatiin lammiilee Israa'iil kan Hamaasiin butamanii jiran Masaraa Neetaniyaahoo fuul-duratti ba'uun sagalee mormii jabaa dhageessisaa kan jiran yoo ta'u "Lolichi haa dhaabbatu, Maatiin keenya nuuf haa lakkifaman! Yoo kana hin taane Maatii keenya kan galaafate Mootummaa Neetaniyaahoo dha!!" jechuun mootummicha mormuun lolli Waraanaa akka dhaabbattu akeekkachiisanii jiru.

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

የሃማስ እና የእስራኤል ጦር በጋዛ እየተዋጉ ነው...!!

ጦርነቱ ሊጀመር የቀሩት ጥቂት ቀናት ዛሬም ቀጥለው በሐማሴን የጀግናው ልዩ የድል ቀን ሆነ።

ከሁለቱም ወገኖች ከጥቂት ሰአታት በፊት የወጡ ወታደራዊ መግለጫዎች የሐማስ ጦር የዛሬውን ጦርነት ማሸነፉን ይጠቁማል! የሃማስ-እስራኤልን ወታደራዊ መግለጫ እንደሚከተለው አቅርቤዋለሁ።

ሃማሴን!!

"ዛሬ ትልቅ ድል አስመዝግበናል ለአላህ ምስጋና ይገባው!!" በማለት መግለጫቸውን ጀመሩ።

"ይህን ጦርነት የምንዋጋው የተላኩትን ነብያት ከገደለ ጨካኝ ህዝብ ጋር ነው! የአላህን ነብይ የገደለ ህዝብ ህጻናትና ሰላማዊ ዜጎችን መግደል ያቆማል ብሎ ማሰብ አይቻልም!!!" አቡ ዑበይዳ ዛሬ ንግግራቸውን ቀጥለዋል።

ሃማስ ትናንት እና ዛሬ ባደረገው ውጊያ 24 የእስራኤል ወታደሮችን ገድሏል፣ ብዙ ታንክና ተሽከርካሪዎችን ወድሟል።

የሃማስ ሙጃሂዲኖች በሁሉም የጦር ሜዳዎች ከሚገኙ የእስራኤል ወታደሮች ጋር ፊት ለፊት በመገናኘት የጀግንነት ልባቸውን እያሳየ ሲሆን በአቡ ኡበይዳ መግለጫ መሰረት የሃማስ ተኳሾች የእስራኤል ወታደሮችን አንድ በአንድ እያነሱ ነው iil ያለ ብረት መኪና መንቀሳቀስ ከብዶታል! ወደ ወታደራዊ መኪኖች ሲገቡ ለሐማስ ፀረ ታንክ ሮኬቶች ተጋልጠው ይሞታሉ! ስለዚህ ውጊያው ቀውስ ውስጥ ነው.

እስራኤል በጦርነቱ የደረሰባትን ወታደራዊ ኪሳራ እና ሞት ለመበቀል የአየር ድብደባዋን አጠናክራ ቀጥላለች! የአየር ድብደባዋ ሆስፒታሎች፣ ትምህርት ቤቶች፣ አምቡላንስ እና የተፈናቃዮች ካምፖች ላይ ያነጣጠረ ነው! ይህን ተከትሎም የሕጻናት እና የቅዱሳን ሞት እየጨመረ ነው።

እስራኤል..!!

የእስራኤል መከላከያ ሚንስትር ዩአቭ ጋላንቲ ዛሬ ብቅ ብለው ጥቁር ለብሰው በቲቪ መስኮት አንገታቸውን እየደቆሱ ነው! ፊቱ ላይ ያለው ቁጣ እና ቁጣ ማየት የበለጠ ደስ የማይል አድርጎታል።

ሚኒስቴሩ ባወጣው አሳዛኝ መግለጫ "ያጋጠመን ጦርነት በጣም ከባድ ነው! ዛሬ ከባድ ጦርነት አድርገናል፣ የሰራዊቱ ቁጥር በዝቶብናል! ማንንም ከወሰደን ሃማስን ሳናሸንፍ አንመለስም!" " በማለት ምኞቱን ገልጿል።

ይህ ሆኖ ግን እስራኤል በአለም አቀፍ ማህበረሰብ አልፎ ተርፎም በብዙ ሀገራት እየተጠላች መሆኗ አሜሪካ በእጅጉ አሳስቧታል! በጋዛ የሟቾች ምስሎች እየተበላሹ መምጣታቸው እስራኤልን የበለጠ እንድትጠላ እና ከዓለም እንድትባረር እንደሚያደርጋት ፍራቻዋን ገልጻለች።

ይሁን እንጂ ዩናይትድ ስቴትስ አጋርዋን እስራኤልን “በወታደራዊ ዘመቻህ ተጠንቀቅ” ስትል መምከሩን አላቆመችም።

ይህ በንዲህ እንዳለ በሃማስ የታፈኑ ቤተ እስራኤላውያን "ትግሉ ይቁም፣ ቤተሰቦቻችንን ይፈቱ! ያለበለዚያ ቤተሰቦቻችንን የገደለው የናታንያሁ መንግስት ነው!!" ሲሉ በኔታኒያሁ ቤተ መንግስት ፊት ለፊት ተቃውመዋል። በመንግስት ላይ የተኩስ አቁም ጥሪ አቅርበዋል።

Send as a message
Share on my page
Share in the group