- Gama dhugaan jirtu dhaabbachuu dadhabdus gama dharaa gortee hin fiissin/harka hin dhayin
- Dhugaa jirtu himuu baattus
Soba gabaaf hin dhiyeessin
- Keyrii namaa ooluu dadhabdus
Hamtuu namatti hin yaadin.
- waa hojjachuuf/milkeessuuf humna dhabdus
Laafaa hin saamin/hin miidhin.