UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.

የቀሳም ብርጌድ ቃል አቀባይ እንደገለፀው

"ከካን ዮኒስ በስተምስራቅ በኩል የጽዮናውያን ሃይል ተሻግሮ ወደ ጋዛ ለመግባት ያደረገው ሙከራ በሙጃሂዶቻችን ጠንካራ ፍልሚያና አድፍጦ ከበባ ሁለት ቡልዶዘርና አንድ ታንክ አውድመን ጠላት ከተማውን ለቆ ወደመጣበት እንዲመለስ አድርገናል"

Mahi mahisho

https://ummalife.com/mahimahisho

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

#የሚሯሯጥ…

ረሱል (ﷺ) እንዲህ ብለዋል፦

﴿السَّاعِي عَلَى الْأَرْمَلَةِ وَالْمِسْكِينِ كَالْمُجَاهِدِ فِي سَبِيلِ اللَّهِ، أَوِ الْقَائِمِ اللَّيْلَ الصَّائِمِ النَّهَارَ﴾

“የምስኪንን ጉዳይ ለመሙላት የሚሯሯጥ ሰው፤ በአላህ መንገድ ላይ እንደሚታገል (ሙጃሂድ) ነው። ወይም ደግሞ ሌሊት በሰላት እንደሚቆምና ቀን በፆም እንደሚያሳልፍ ነው።”

📚 ቡኻሪ ዘግበውታል: 5353

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

"ልጄ በሕይወት የመትረፍ ተስፋ ነበረው። እንዲያ ብሎ ነበር ዶክተሩ የነገረኝ። ጥቂት ቆይቼ ስመለስ ግን ልጄን የለም። ዶክተሩም የለም። ሆስፒታሉም ከነአካቴው የለም።"

•••

ከ500 በላይ ፍልስጥኤማውያን ከተገደሉበት የሆስፒታል ጥቃት የተረፈ አንድ አባት።

ግፍ ሲበዛ የተበዳዮች ድል አድራጊነት ቅርብ ይሆናል ኢንሻ አላህ✌️✌️✌️

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Israa'el gama sadiin waraana geggeessaa jirti.

Gareen hidhattoota Filisxeem daangaa ishee cabsuun haleellaa erga raawwatee booda haaloo ba’aa kan itti jirtu, karri Gaazaa isa jalqabaati.

 

Kaaba Israa’eliin, Hizbullaah Libaanos kan Hamaas waliin tumsa agarsiisuuf haleellaa bane

adda lammaffaa yoo ta’u, kan West-Baankii irratti argamu ammoo adda sadaffaa irratti lolaa jirti....

1) Adda Gaazaa

Haleellaa Haamaas hordofuun Israa’el haleellaa bal’aa kan itti gaggeessaa jirtu adda Gaazaati.

Haamaas kaa'umsa isaa Gaazaa godhachuun daangaa Israa’el cabsuun halleellaa gaggeessu isaatiin, Gaazaan xiyyeeffannoo Israa’el isa guddaa ta’eera.

Israa’el jiraattota kaaba Gaazaa miiliyoona 1.1 ta’an akka gadhiisan akeekkachiisa erga kennitee booda jiraattonni naannoo isaanii gadhiisanii bahaniiru.

Israa'el tajaajilli nyaata, bishaanii fi ibsaa gara Gaazaa irraa akka citu gootee jirti.

Israa’el haleellaa qilleensaa walirraa hin citne Gaazaa irratti raawwachaa kan jirtu yoo ta'u,  Gaazaa marsuun waraana ishee  miilaan bobbaasuuf qophaa’aa jirti.

2) Kaaba Israa'eel

Gareen hidhattoota Libaanos Hizbullaah Haamaas waliin tumsa agarsiisuudhaan kaaba Israa’el irratti haleellaa baneera.

Israa'eel rookkeettii Hizbullaah darbatuufis deebii kennaa jirti.

Waldhabdeen Israa’elii fi Hizbullah gidduu jiru hammaatee kan jiru yoo ta’u, Israa’el haleellaa qilleensaatiin hidhattoota garee kanaa keessaa jaha ajjeesuu ishee kaleessa beeksiftee jirti.

Hizbullaah'n Israa’el Gaazaa irratti haleellaa waraana miillaa kan bantu yoo ta'e, haaloon isaa itti akka jabaatu akeekkachiiseera.

3) Adda Weestibaankii

Weestibaankiin kan Israa’el weeraraan dhuunfatte irratti mormii fi walitti bu’iinsi ka’eera. Keessattuu, Haleellaa hospitaala Gaazaa irratti raawwatame hordofuun, mormii cimaa fi walitti bu'iinsi uumameera.

Haaluma kanaan, Weestibaank keessatti namoonni hedduun ajjeefamaniiru.

Raamallah'tti bakka Haamaas fi hidhattoonni Islaamummaa Jihaada Filisxeem itti walitti qabaman jechuun, bakka masjiida jiru haleelu ishee Israa'eel himteerti.

Haleellaa kanaan yoo xiqqaate namni tokko du’uu qondaaltonni fayyaa Falasxiin himaniiru.

Erga waldhabdeen Haamaas fi Israa’el dhiheenya kana ka’ee as Israa’el Weesti Baankii irratti xiyyaaraan yeroo 2ffaaf kan haleelte ta'uu Rooyitars gabaaseera.

Waldhabdeen kun akka dhaabbatu waamichi godhamus Israa'el haleellaa itti fuftee jirti.

Biyyoonni Arabaa Israa'el dhukaasa akka dhaabdu gaafatus, biyyoonni dhihaa Israa'el cinaa dhaabbatan waa'ee rakkoo namoomaa qofa dubbachuu filataniiru. #ala

#mubaraktaju

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
umma1697959811 Сhanged his profile picture
7 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group