UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.
ዓለም አቀፉ የሙስሊም ምሁራን ህብረት ዛሬ በሰጠው ጋዜጣዊ መግለጫ እንዲህ ብሏል፡-
✅ጋዛና ፍልስጤም ሲወድሙ ቁጭ ብሎ ማየት አላህና መልእክተኛውን መካድ ነው በአላህ ፊት ከሚያስጠይቁ ታላላቅ ወንጀሎች መካከል የሚመደብ ነው።
✅ወታደራዊ ጣልቃ ገብነት ሸሪዓዊ ግዴታ ነው። በተለይም በአራቱ የፍልስጤም አጎራባች በግብፅ በዮርዳኖስ በሶሪያና ሊባኖስ አገሮች ላይ ዋጂብ ነው።
አላህ ይርዳቸው!
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
#haadha_warraa___!❤
Tokko akkana jedhe :
زَوجتي كلَّ يوم صباحًا، عندمَا أكُون ذاهبًا إلى العمل تذكُّرنِي بشيءٍ نسيته..
➛Haati manaa koo ganama hunda yeroo ani hujiidhaaf manaa bahu waan ani dagadhe hunda na yaadachiisti ture..
أحيانًا مفاتيحُ السَّيارة، أو مفاتيح المنزل، وفي أغلب الأحيان تذكُّرني بهاتفي، أو وثائق السَّيارة.. وتقولُ لي بأنني كبرت في السِّن وأعاني من فقدان الذَّاكرة!
➛ Altokko tokko furtuu konkolaataa ykn furtuu manaa, harka caalu bilbila koo, yookiin documentoota konkolaataa kootii na yaadachiisti ture..."umriin kee achi deemee manguddummaan waan sitti jirtuuf akkanatti waa dagatta"..jechaa naan qoosti ture
قرَّرت أن أضعَ حدًّا لهذه السُّخرية.. فقمتُ بتدوين كلِّ الأشياء التي أنساها..
➛Qoosaa kana jalaa bahuu qaba jedhee, wantoota dagachuu danda'u hundaa yaadannoo irratti galmeeffachuu eegale...
عندما استيقظتُ في الصَّباح، وقبلَ خروجي من المنزِل، أخذتُ الورقة وبدأت التَّحقق من كل شيء..
وابتسمتُ وغادرتُ المنزل.. !
➛Ganama akkuma dammaqeen osoo manaa hin bahiniin duratti, galmee koo furadhee wantoota hundaa galmee kiyyarra too’achuu eegale..., seeqataa gammadaa mana kootii bahe..!
شغَّلتُ محرِّكَ السَّيارة، وغادرت، وماهي إلا ثواني اتَّصلت بي زوجتي..
قلتُ لهَا:
«لاتحاولي أن تعطِّليني عن الذَّهاب لعملي فلم أنسَ اليوم أي شيء هاها»
ردَّت قائلة: عُد إلى المنزل فاليوم الجمعة! 🤣‌‌
➛Konkolaataa koo kaafadhee Osoma ani baay'ee hin fagaatin sekondii muraasa booda ammas haati manaa koo narratti bilbilte.., Akkana jedheen ;
"Giiftii too!, Hujii irra na balleessuuf akka hin yaalle, hardhaan tana homaan daganne...hhhh😁" jedheen.
➛Isheenis akkana naan jette :
"Ammaan tana koottu gara manaa!, hardhi Jum'aa tahuu dagattee sila...! 😂Naan jette..!!!
Rabbiin haadha manaa gaarii nuuf haa hiru jedhaa mee!.
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
كلية إيمان الإسلامية
As wr wb
Koolleji islaamaa IMAN
Beeksisa
barnoota Amantiiti islaama barachu nama barbaadu hundaaf kottaa sagantaa feetanin baradhaa jechuuti jira.
Namoota finfinne jirtaniif
Sagantaa torbanii, galgalaafi torbanii akkasumas sagantaa idileetin barachuu dandeessu
Namoota islaama taatan hundaaf MaashaAllah Baga islaama taatan
Biyya kamiyyu yoo jiraattan sagantaa online tiin isin bira jirra ONLINE barachuu dandeessu
Ulaagan
1.Nama qur'aana xumure ta'u qaba
2. Afaan oromoo dubbisuf barreessu danda'u
3.warra amaarifa male hin dandeenyefis amaariffan .
Dafaa galmaa'a
Odeeffano dabalataaf
0931843131
0931683131
0929290829
Bilbila
Sagantaa fagootin barachuf
0930589675 Ykn
0930589674
Galmaa'uf
www.imancollege.com
Galmaa'aDiploman wogga1
Advanced diploma wogga 2
Bakka feetaniti yeroo feetaniti dubbistani barnoota argattani qormaata hojjattani of madaaltu hangam Akka huubattan BARADHAA AMANTII KEESSAN BARAA ISLAAMUMMAN BARNOOTAAN MALE DHAALAN MITI
ISLAAMUMMAN WAAN KAMIYYU DURA BARANOOTATI AJAJA
فعلم أنه لا اله إلا الله...
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
كلية إيمان الإسلامية
As wr wb
Koolleji islaamaa IMAN
Beeksisa
barnoota Amantiiti islaama barachu nama barbaadu hundaaf kottaa sagantaa feetanin baradhaa jechuuti jira.
Namoota finfinne jirtaniif
Sagantaa torbanii, galgalaafi torbanii akkasumas sagantaa idileetin barachuu dandeessu
Namoota islaama taatan hundaaf MaashaAllah Baga islaama taatan
Biyya kamiyyu yoo jiraattan sagantaa online tiin isin bira jirra ONLINE barachuu dandeessu
Ulaagan
1.Nama qur'aana xumure ta'u qaba
2. Afaan oromoo dubbisuf barreessu danda'u
3.warra amaarifa male hin dandeenyefis amaariffan .
Dafaa galmaa'a
Odeeffano dabalataaf
0931843131
0931683131
0929290829
Bilbila
Sagantaa fagootin barachuf
0930589675 Ykn
0930589674
Galmaa'uf
www.imancollege.com
Galmaa'aDiploman wogga1
Advanced diploma wogga 2
Bakka feetaniti yeroo feetaniti dubbistani barnoota argattani qormaata hojjattani of madaaltu hangam Akka huubattan BARADHAA AMANTII KEESSAN BARAA ISLAAMUMMAN BARNOOTAAN MALE DHAALAN MITI
ISLAAMUMMAN WAAN KAMIYYU DURA BARANOOTATI AJAJA
فعلم أنه لا اله إلا الله...
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group