UMMA TOKEN INVESTOR

yaaqub fadilu shared a
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
yaaqub fadilu shared a
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
yaaqub fadilu shared a
Translation is not possible.

Loltoonni Israa'iil dhumaa jiru...!

Loltoonni Israa'iil heddumminaan dhumaa jiraachuu MM Israa'iil Beenjaamin Neetniyaahoo ibsa guyyaa har'aa kennaniin ibsanii jiru, Dhumaatii loltoota isaanii dhoksan malee guyyaa har'aa qofa loltoonni isaanii 17 ajjeefamuu isaanii MM Israa'iil kan amanan yoo ta'u kan isaan dhoksan ammoo kana akka caalu tilmaamuun namatti hin ulfaatu.

Hamaas lola lafoo fuulleetti Waraana Israa'iil irratti geggeessaa jiruun loltoota weerartuu kana konkolaataa Waraanaa ishee faana daaraa gochuun barbadeessaa akka jiru ragaa suur-sagaleen baasaa jiruun ifoomsee jira.

Suuraan isaanii asirratti kan argamu Loltoonni weerartuu Israa'iil kanneen guyyaa har'aa ajjeefaman keessaa muraasa dha.

Lolli Waraanaa lafoo Magaalaa Gaazaa dhuunfachuuf geggeeffamu Waraana Israa'iil fi Hamaas gidduutti jabaatee itti fufee jira.

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
yaaqub fadilu shared a
Translation is not possible.

اللهوم انصر اهلنا في سوريا و فلسطين مشهد تدمع القلوب

حسبنا الله ونعمل وكيل💔😥

5 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group