UMMA TOKEN INVESTOR

About me

The only way to unite the ummah is Towhid and Sunnah

Translation is not possible.

Garajabummaa Ayhuudotaa fi Duguuggaa Sanyii Dhala Namaa!

《《《《《》》》》》

Maatiin hundi jalaa dhumanii daa'imni kun lubbuun hafee mana yaalaa jira.

~~~☆☆~~~

Seenaa keessatti Ayhuudonni biyya mataa isaanii hinqaban ture, dur biyya Misiraa jiraatu turan; sana booda bara Fira'awon kara siinaatiin gara Shaamiitti ykn biyyoota Arabaatti ce'ani; achiin boodas horteen isaanii addunyaa guutuu keessa faca'ani; bara dheeraa booda biyya Jarmaanitti mootiin Hitilor jedhamu warra achi jiru lafa irraa isaan duguuge.

"وقطعناهم في الأرض أمما"

Rabbiin guddaan yakka Ayhuudotaa beeku akkana jedhe:- "Akka isaan bakka tokko hinjiraanneef dachii kana irra isaan ciccirree faffacaafne" jedhe. Ayihuudonni bakka tokko waliin jiraannaan hammeenyi jaraa daran hamaadha. "Rabbiin beekaaf bofa luka dhargate jedhama". Ayuhuudonni dur durii irraa jalqabee hanga bara 1948 tti biyya mataa isaanii hinqaban; bara 1948 Ingliziin gita bittaa isiitiin funaantee bakka hundaa fiddee biyya Falisxiin(Palestine) irra humnaan qubsiifte.

Har'a yakki isaan raawwataa jiran lafa duwwaatti miti. Kitaaba isaanii "Telmuud" jedhamu keessatti "Dhalli namaa Ayhuudotaan ala jiru hunduu horiidha. Qabeenya isaanii fudhachuun qabeenya Ayhuudotaa fudhachuudha waan taheef cubbuu miti. Dhiiga namoota Ayhuudotaatiin ala jiruu jigsuun cubbuu hinqabu; Inumaayyuu dhiiga isaanii ayyaana Ayhuudotaa "Fasih" jedhamu irratti ganama cireetti cobsatanii nyaachuun eebbifamaadha" jedha kitaabichi. Kanaafuu jarri dhiiga namoota nagaa jigsuun amantaa jaraati.

Yakki isaanii kun hanga yoomiitti itti fufa gaaffii jedhuuf, yeroodhaafi malee itti fufuu hindanda'u kan jedhu deebii sirriidha; amma waan daangaa darban fakkaata. Kanaafuu ammas dhumaatiin jaraa dhihoo akka tahe mul'isa.

عن أبي هريرة - رضي الله عنه - أن رسول الله - صلى الله عليه وسلم - قال: (لا تقوم الساعة حتى تقاتلوا اليهود، حتى يقول الحجر والحجر وراءه اليهودي: يا مسلم، هذا يهودي ورائي فاقتله)، متفق عليه.

Rasuulli (SAW): "Hanga Ayhuudotaan wolloltanii mukti fi dhakaan Ayhuudonni jalatti dhokatan lallabee dubbatee, Yaa nama Muslimaa Ayhuudaatu najalatti dhokatee kottuu ajjeesi jedhutti Qiyaamaan hindhaabbattu".

Kanaafuu haalli amma jarri keessa jiran waan hadiisa kanaan kallattiin wolqabatu fakkaata!

Wanti hunduu daangaa qaba, amma waan daangaa darban fakkaata.

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Israa'iil osoodhuma dhokfattuu dhumaatiin isii bakkeetti mul'ataa jira.

Lanatullah aleykum

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Misaa'ila Huutiin gara Israa'iil 'tti furguggise humni qilleensaa Sawud Arabiyaa rukutee kuffisuu... Mudannoo ajandaa Miidiyaalee ta'e! Sawud Arabiyaan eenyu cinaa hiriirtee..?

Sawud Arabiyaan Misaa'ila Yaman gara Israa'iilitti furguggiste haleeluun fashaleessite! Buufanni Siistama humna qilleensaa Sawud Arabiyaa Misaa'ila Yaman garasitti furguggisaa jiru Israa'iiliin akka hin qaqqabnee fi miidhaa akka hin dhaqqabsiisne qilleensa irratti haleeluun kuffisaa jiraachuun ishee himamee jira.

Ameerikaan michuun ishee Israa'iil haleellaa biyya biraa irraa ishee irratti aggaamamuuf akka hin saaxilamne taasisuuf meeshaa farra-misaa'ilaa Galaana Diimaa irratti bobbaasuun qolachaa kan jirtu yoo ta'u biyyi Arabaa fi Islaamaa Sawud Arabiyaan 's hojii qolannaa kanatti makamuun ishee ijoo dubbii ta'uun Miidiyaaleen ajandaa godhatanii jiru.

Huutiin Yaman hojii Sawud Arabiyaa kana ilaalchisuun ibsa baasaniin "Lola Waraanaa Israa'iil biyyoota Islaamaa fi Muslimoota irratti bante Muslimoota cina hiriirtee Israa'iiliin loluu osoo qabduu Sawud Arabiyaan faallaa kanaa Israa'iil cina dhaabbattee Muslimoota irratti duuluun ishee waan haalaan nama saalfachiisu dha!" jechuun balaaleffatee jira.

Misaa'iloonni Huutiin Yaman irraa furguggisu Israa'iil bira gahuuf daangaa qilleensaa Sawud Arabiyaa keessa qaxxamuruun dirqama yoo ta'u Sawud Arabiyaan garuu Misaa'illi kunneen daangaa qilleensaa ishee keessa qaxxaamuranii Israa'iiliin akka hin haleelleef meeshaa farra-misaa'ilaa Ameerikaa irra bitatte fayyadamuun rukuttee kuffisaa jirti.

Taatee Sawudiin raawwatte kun ijoo dubbii Miidiyaalee ta'uun hafarfamaa kan jiru yoo ta'u tarii Sawud Arabiyaan michuu dhoksaa Israa'iil naannawaa sanaa qabdu taatii laata jechuun shakkii qaban qoodaa jiru.

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Loltoota Waraanaa Israa'iil kaleessa haleellaa Hamaasiif saaxilamanii ajjeefaman keessaa loltoota Israa'iil akka urjiitti ilaaltu kunneen keessatti argamu.

Israa'iil lolli ijibbaachisaa kun Hamaas irraa na mudata jettee yaaddee kan hin beekne yoo ta'u lola jabaa guyyaa 2n kana Gaazaa irratti kallattii 4n taasisaa jirtuun Meetira 750 gara fuula duraatti siquu dadhabuun ishee jabina lolichaaf ragaa guddaa dha.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Weerartuun Israa'iil Yuunivarsiitii guddicha Al-Azhar kan Falasxiin Magaalaa Gaazaa keessatti argamu haala kanaan barbadeessuun beekame.

9 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group