UMMA TOKEN INVESTOR

About me

عندي طاقة وعندي أمل 🏆

7 month Translate
Translation is not possible.

callaa citaa

• callaan

firii guutuun isii bu'aati, midhaan yoo atootee, oorruma xiqqoo keessaa haamatan, barana ima atoote, hayni suna callaa, jedhan.

– Daaimni xiqqaan tookkollee yoo akka Nama guddaatti waan rogaa irraa argan, ilma barakaa collee jedhanii jajan.

Citaan

galabaa bu'aan isaa xinnaati, citaa san horiin tokko haa nyaatu jedhanii ol haran, gaafa margi gogeefi, akka filannoo lammataatti, malee waan bu'aa baay'ee hin qabne, yoo ibidda xiqqo takka itti qabsiisan dafee bobaya, uf bira taree waan naannoo isaa jiruttuu balaa ibiddaa dabarsuu danda'a,

– Akkanuma Nama waa hin beene keessa hoffata jedhaniin, gowwaadha, gaafuma rakkatan yoo ergatan malee bakka sirnaatti hin yaadatan, yoo achii lolee balaa guddaa qabsiisa, wanti xiqqaan wahiillee gaafa gara isaatiin dhufe, akka waan biyyi diigamtee fakkaata.!

haganuma dubbisaa mee......

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
7 month Translate
Translation is not possible.

Jiruu Du'a

• jiruun maali jettanii yaaddanii beektanii.?

duuti hoo maali jettanii yaaddanii beektanii.?

• Jiruu jechuun ta Namni nyaatee dhugee, bobba'ee galu, tana moo isiin tami, du'a jechuun tama Namni dhibamee ykn tasuma dhabamee, fuudhanii lafaa gaditti awwaalan tana moo isiin tami.?

• Barumsa midhaagsee kan barate, midhaagsee kan barsiise, Midhaagsee ka hubate, midhaagsee ka hubachiise, midhaagsee ka hojitti hiike, sirrii irra kan deeme, Nama daandii sirritti roorrise kan qole, #ergama jireenyaa kan hubatee raawwate, dhugumaan jiraate.!

• inni waan ambi jette jedhan jedhee, dugda irra buufate, maal baadhe maal nyaadhe kanin jenne, waan gaarii moo waan badaadhaa ka addaan hin laalle, kan gara chee jedhan tiratu, #biologically jiraate jira, LOGICally Namni kun hin jiru.

• Aashaaraa jireenyaa hin qabu, garaagarummaan du'aaf jiruu, jiruu hiikkaa isii baruudha, ergama lafa tana irra dhufeef beekuudha,

• Namni gadaa tanaa ganni isaatuu waan jirtuu miti, Namni umrii 100 irra darbu muraasa, dhiyoma tana as dhufne, waan dhufneef Namuu hin beeka, ammaa deemna wayta deemn, waan gaarii Namaa dhiifnee, waan gaarii ufiif guduunfannee haa deemnu.!

Haa jiraannu

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
7 month Translate
Translation is not possible.

Hiriyyaa kiyya 📚🌹

• Ooyruuu haamatanii hin dhumne, asheeta nyaatanii hin quufamne, qabeenya kennanii hin hir'anne,

• Mijuu hoggayyuu hoo'aa, dhangaa hoggayyuu mi'aawaa, okolee daymaa, sabaree Aananii, weelkaa guutamaa,

• bidiruu ceesiftuu, kooluu balaliiftuu, duudaa sagaleen si jeeqne, dubbataa ogeessa dubbii, odeessaa oduu bashannanaa, barsiisaa seenaa fii himaa karaa si duraa,

• baataa heeraa fii murtii, tiksaa duudhaa fii Aadaa, gulantaa jireenya gammachuu, kuusaa hambaa fii calaqqee,

• Hammi isaa guddatus ba'aan isaa hin ulfaatu, bakka barbaaddetti kaluu jira ergaa fii lallbaan hin rakkattu,

• jaalallee sirrii, bohaarsaa beekaa, waamtu dafoo, ragaa injifataa, raagaa egeree, Daneessaa sammuu, dagaagsaa qaroomaa,

}• qalama

}• waraqaa

}• kitaaba

si jaaladha 🥰

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
7 month Translate
Translation is not possible.

من القلب إلى القلب .

………………………. ………………………

تحية من القلب والوجدان فى هذا الزمن الغريب ، والعجيب ، والعصيب ، ممكن نبدو بشكل ، ولكننا نعيش بشكل آخر ، وممكن نبكى من الداخل ، ولكننا نبقى متماسكين من الداخل والخارج ، وممكن نعيش بلا ظهير ، ولكننا نعرف من قلوبنا أن وراء الكون رب عظيم ، وممكن نكون بلا مال ، ولكن لا يمكن أن نكون بلا قلوب .

ممكن أن نصبح بلا أشياء ، ولكن لا يمكن أن نمسي بلا فكر ، نحن قررنا أن نعيش لفكر ، لا للأشياء ، ومن هنا ، نحن لسنا كما تظنون ، نحن لسنا كما تفكرون ، ولسنا كما تحبون أن نكون ، نفكر بهدوء ، ونستمع بتمعن ، ونختار بذكاء ، ونتجاوز بعض الناس بصبر وفهم وحكمة ، ونذهب إلى الله بحب ، ونرتبط برسولنا صلى الله عليه وسلم بحب وولاء واتباع ، ولا نأخذ ديننا من الذين يقولون ما لا يعلمون ، ويفعلون ما لا يؤمرون ، ويعيشون فى زمن غير الذى نعيش فيه .

نخطط بقدر المستطاع العيش فى الرشد مهما كانت الصعوبات ، نعيش وفق المبادئ ، ولكننا لا نبتعد عن مصالح المبادئ والأفكار ، ونناضل حتى لا نخلط بين المصالح الذاتية والمبادئ ، وهنا يكمن الامتحان الصعب فى الحياة ، والحمد لله على ذلك ، والتاريخ سيشهد قريبا أن هناك من سرق عن الناس المبادئ لمصالحه الخاصة ، وما زالوا كذلك .

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Barifa Сhanged his profile picture
7 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group