1 year Translate
Translation is not possible.

callaa citaa

• callaan

firii guutuun isii bu'aati, midhaan yoo atootee, oorruma xiqqoo keessaa haamatan, barana ima atoote, hayni suna callaa, jedhan.

– Daaimni xiqqaan tookkollee yoo akka Nama guddaatti waan rogaa irraa argan, ilma barakaa collee jedhanii jajan.

Citaan

galabaa bu'aan isaa xinnaati, citaa san horiin tokko haa nyaatu jedhanii ol haran, gaafa margi gogeefi, akka filannoo lammataatti, malee waan bu'aa baay'ee hin qabne, yoo ibidda xiqqo takka itti qabsiisan dafee bobaya, uf bira taree waan naannoo isaa jiruttuu balaa ibiddaa dabarsuu danda'a,

– Akkanuma Nama waa hin beene keessa hoffata jedhaniin, gowwaadha, gaafuma rakkatan yoo ergatan malee bakka sirnaatti hin yaadatan, yoo achii lolee balaa guddaa qabsiisa, wanti xiqqaan wahiillee gaafa gara isaatiin dhufe, akka waan biyyi diigamtee fakkaata.!

haganuma dubbisaa mee......

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group