7 month Translate
Translation is not possible.

Jiruu Du'a

• jiruun maali jettanii yaaddanii beektanii.?

duuti hoo maali jettanii yaaddanii beektanii.?

• Jiruu jechuun ta Namni nyaatee dhugee, bobba'ee galu, tana moo isiin tami, du'a jechuun tama Namni dhibamee ykn tasuma dhabamee, fuudhanii lafaa gaditti awwaalan tana moo isiin tami.?

• Barumsa midhaagsee kan barate, midhaagsee kan barsiise, Midhaagsee ka hubate, midhaagsee ka hubachiise, midhaagsee ka hojitti hiike, sirrii irra kan deeme, Nama daandii sirritti roorrise kan qole, #ergama jireenyaa kan hubatee raawwate, dhugumaan jiraate.!

• inni waan ambi jette jedhan jedhee, dugda irra buufate, maal baadhe maal nyaadhe kanin jenne, waan gaarii moo waan badaadhaa ka addaan hin laalle, kan gara chee jedhan tiratu, #biologically jiraate jira, LOGICally Namni kun hin jiru.

• Aashaaraa jireenyaa hin qabu, garaagarummaan du'aaf jiruu, jiruu hiikkaa isii baruudha, ergama lafa tana irra dhufeef beekuudha,

• Namni gadaa tanaa ganni isaatuu waan jirtuu miti, Namni umrii 100 irra darbu muraasa, dhiyoma tana as dhufne, waan dhufneef Namuu hin beeka, ammaa deemna wayta deemn, waan gaarii Namaa dhiifnee, waan gaarii ufiif guduunfannee haa deemnu.!

Haa jiraannu

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group