Translation is not possible.

Loltoota Waraanaa Israa'iil kaleessa haleellaa Hamaasiif saaxilamanii ajjeefaman keessaa loltoota Israa'iil akka urjiitti ilaaltu kunneen keessatti argamu.

Israa'iil lolli ijibbaachisaa kun Hamaas irraa na mudata jettee yaaddee kan hin beekne yoo ta'u lola jabaa guyyaa 2n kana Gaazaa irratti kallattii 4n taasisaa jirtuun Meetira 750 gara fuula duraatti siquu dadhabuun ishee jabina lolichaaf ragaa guddaa dha.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group