umma1698613655 Profile Picture
UMMA TOKEN INVESTOR

Followings
1
Translation is not possible.
#????????..
Deemsa karaa dheera
Imalaaf yoo baatee
Gufuun baayyatullee
Obsitee yoo dabartee,.
Dhagaan siif guurame
Walitti qabamuus tulluu
Akka arraatiif malee
Isa kaleetti hin bulluu,.
Jabeeysite itti fufnaan
Imallikee galma gahaa
Sitti ulfaate hin kufiin
Boru ifeeti hangahaa,.
Achi laallte fagaatuus
Akka ji'a samii keessaa
Abdii muruu baannaan
Gaaf-tokko bira geessaa,.
Laafinakee kan arraami
Jabina kee boruu ilaalii
Warra kaayyoon milkaa'an
Isaan suniin of madaalii,.
Dhiphinni sammuu arraa
Jabinake boruu laaffisaa
Jarjaraan re'een horuum
Obsuudha furmaanni isaa,.
Kanaaf kaayyoo jalqabdee
Galma geessisuuf aggaami
Warri abdii muranii kufaan
Hin tilmaamamu lamaami,.
Sumaatu injifata jabaannan
Jabeessi dhaabin  miilakee
Kan milkeeysu sumaam
Kaayyoo deemsa"imalakee"
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
#of_fooyyessaa
Kaayyoon kee galma ga’uu akka danda’u amanuu qabda.Yeroo sana amantu sammuun kee karaa itti dhugoomsu barbaada.Sodaa fi duubatti deebi’uun galma ga’uu irraa si hin dhowwiin
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
على فكره
mucaa khana jabesanii oromo ✋️
Asumanu shamarraan khenyaa fii
Daragaggota khenyaa
Yeroo rabbiin khadhatan wan gaggarii kadhadhaa🤲
Rabbiin isin milkessa🤍
Linki kanan hordofa👇
https://vt.tiktok.com/ZSNB3rwFR/
احبك فالله يا خالد 🤍☝️
7 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.
فَليَحرِقُوا كُلّ النَّخِيلِ بِسَاحِنا..
سَنُطِلُّ مِنْ فَوقِ النَّخيلِ نَخيلا.
فَليَهدِمُوا كُلَّ المَآذِنِ فَوقَنا..
نَحنُ المَآذِن فَاسمَع التَّهلِيلا.
نَحنُ الّذينَ إذَا وُلِدنَا بُكرَةً..
كُنّا عَلَى ظَهرِ الخُيولِ أصِيلا.
#اللهم_نصرك_الذي_وعدت..🤲🏻🤍
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
umma1698613655 Changed her profile picture
2 years
Translation is not possible.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group