UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.

''Israa'el ofirraa ittisuuf mirga qabdi, garuu kan nuti argaa jirru ofirraa ittisuu qofa miti, gocha duguuggaa raawwataa jirti''

Ministeera Muummee Ayirlaand Ireland Leo Varadkar

Nu hordofaa

YouTube https://youtube.com/@

Spidermedia1

Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01

Telegram channel https://t.me/spidermediaa

Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u

WhatsApp

https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl

Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia

>#spidermedia

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Ruusiyaan xiyyaarota lama kan deeggarsa toonii 28 ulfaatu fe'an Gazzaaf ergite

Spider Media : Onkololeessa 23/2016

Ajaja perezidaantii biyyattii Vilaadmiir Puutiiniin xiyyaaronni Il-76 lama deeggarsa namoomaa kan toonii 28 ulfaatu fe'atanii gara Sulula Gazzaatti ergamuu ministeerri dhimmoota yeroo balaa Ruusiyaa beeksiseera.

Gargaarsi kunneen qorichaafi meeshaalee yaalaa biroo akka ta'anis ibsameera.

Nu hordofaa

YouTube https://youtube.com/@

Spidermedia1

Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01

Telegram channel https://t.me/spidermediaa

Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u

WhatsApp

https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl

Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia

>#spidermedia

image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Haleellaan Gazzaa irratti raawwatamaa jiru haa dhaabbatu jechuun Laatiin Ameerikaatti hawaasni baay'een hiriira ba'aniiru.

Nu hordofaa

YouTube https://youtube.com/@

Spidermedia1

Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01

Telegram channel https://t.me/spidermediaa

Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u

WhatsApp

https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl

Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia

>#spidermedia

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Humnoonni Israa’el salaata Juma'aa har'aatiif namoonni gara Masjiida Al Aqsaa akka hin seenne dhorkuun haala kanaan hawaasni naannoo Ras Al Amud kan baha Quds/Yerusaalemitti argamtutti salaatuuf dirqameera.

Spider Media

Nu hordofaa

YouTube https://youtube.com/@

Spidermedia1

Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01

Telegram channel https://t.me/spidermediaa

Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u

WhatsApp

https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl

Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia

>#spidermedia

image
image
image
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Wanti Gaazaa keessatti ta'aa jiru gowwummaa fi dandeettii dhabuu Israa'el agarsiisa sababiin isaas wanti Israa'el hojjechaa jirtu daa'immanii fi dubartoota ajjeesuu waan ta'eef

Hogganaa Hizbu Allah #sayyid_hasan_nasrallaah