UMMA TOKEN INVESTOR

Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

3 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

ከአወዳሾቹ ባልሆነም ኖሮ

አላህ ﷻ ስለ ነብዩላህ ዩኑስ እንዲህ ይላል፦

{وَذَا ٱلنُّونِ إِذ ذَّهَبَ مُغَٰضِبًۭا فَظَنَّ أَن لَّن نَّقْدِرَ عَلَيْهِ فَنَادَىٰ فِى ٱلظُّلُمَٰتِ أَن لَّآ إِلَٰهَ إِلَّآ أَنتَ #سُبْحَٰنَكَ إِنِّى كُنتُ مِنَ ٱلظَّٰلِمِينَ}

"የዓሳውንም ባለቤት ተቆጥቶ በኼደ ጊዜ (አስታውስ)፡፡ በእርሱም ላይ ፈጽሞ የማንፈርድበት መኾናችንን ጠረጠረ፡፡ (ዓሳም ዋጠው)፡፡ በጨለማዎችም ውስጥ ኾኖ ከአንተ በቀር ሌላ አምላክ የለም፡፡ #ጥራት_ይገባህ፡፡ እኔ በእርግጥ ከበዳዮቹ ነበርኩ በማለት ተጣራ፡፡"

በድሎት ጊዜ አላህን ማጥራት(ተስቢሕ) ከጭንቅ ለመውጣት ጠንካራው ገመድ ነው። ከምን እንደምታድንህ አታውቅምና ፤በሰላምህ ጊዜ ተስቢሕ ከማድረግ አትቦዝን

{فَلَوْلَآ أَنَّهُۥ كَانَ مِنَ #ٱلْمُسَبِّحِينَ۞ لَلَبِثَ فِى بَطْنِهِۦٓ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ}

"እርሱ ለጌታው #ከአወዳሾቹ ባልሆነም ኖሮ፤ እስከሚቀሰቀሱበት ቀን ድረስ በሆዱ ውስጥ በቆየ ነበር፡፡"

Osoo warra nu qulqulleessan irraa tahuu baatee?

Rabbiin (s.w) waa’ee nabi yuunus ilaalchisee akkas jedha

{وَذَا ٱلنُّونِ إِذ ذَّهَبَ مُغَٰضِبًۭا فَظَنَّ أَن لَّن نَّقْدِرَ عَلَيْهِ فَنَادَىٰ فِى ٱلظُّلُمَٰتِ أَن لَّآ إِلَٰهَ إِلَّآ أَنتَ #سبْحَٰنَكَ إِنِّى كُنتُ مِنَ ٱلظَّلِمِينَ}

“Waa’ii isa abbaa qurxummii(nabi yuunus) dubbadhu yemmuu inna dallanaa deeme nuti isa irratti hin roorrifnu se’e ( yeroo bishaanitti darbame) dukkanoowwan keessaa gabbaramaan si malee hin jiru,ati qulqulloofte an warra of miidhan irraa ta’e jedhaa lallabe.”

Yeroo ballna qaban rabbiin qulqulleessuun rakkna keessaa ba’uuf haada cimaadha.rakkoo kam irraa akka si furu waan hin beekneef yeroo ballina rabbiin ququlleessuu irraa hin dadhabin.

{فَلَوْلَآ أَنَّهُۥ كَانَ مِنَ #ٱلمُسَبِّحِينَ۞ لَلَبِثَ فِى بَطْنِهِۦٓ إِلَىٰ يَوْمِ يُبْعَثُونَ}

“Ituu inni warra nu qulqulleessurraa tahuu baatee silaa garaa qurxumichaa keessa hanga( namoonni du’aa) kaafamanutti tura ture.”

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group