UMMA TOKEN INVESTOR

Followings
0
No followings
Translation is not possible.

2 views
Send as a message
Share on my page
Share in the group
6 month Translate - Youtube
Translation is not possible.

Buufanni Woraana Ameerikaa Sooriyaa fi Iraaqitti Argamu haleelame.

Tv Hamiltan: 13/2016 Finfinnee

Buufanni Woraanaa Ameerikaa Sooriyaafi Iraaqitti argamu rokkeettiidhaan haleelameera. Tarkaanfii kanaan kan rifatte Ameerikaan kallattii Ministeera Dhimma Alaa ishee Antoonii Biliinkaniin ibsa laatteetti.

Ministeerichi ibsa isaaniitiin"Ameerikaan Iraan waliin lola keessa seenuu hin barbaaddu. Kanaaf Iraan aggaammii ishee dhaabbattoota Ameerikaa irraatti taasistu dhaabuu qabdi. Iraan faana hiriiranii kan jiranis gocha akkanaa irraa of qosachuu qabu. Yoo kana hin taane Ameerikaan tarkaanfii of irraa ittisuu kan fudhattu ta'as jedhaniiru.

Haleellaa kanaan buufanni Waraana Ameerikaa 3dhahamauu isaa hanga ammaatti mirkanaa'eera. Ameerikaan tarkaanfii qoalannaa jettee dhaaddattus ibsicha booda utuu hin hafin galgala kanas buufanni ishee haleelameera.

Ameerikaan ibsa Isheetiin haleellaan buufata woraanaa ishee irratti raawwate hamaa fi yaaddessaa akka ta'e dubbateetti.

#aljaziiraa

©Tofik Temam

Tv Hamiltan Hamilee Ummataa

-----------------------------------------------

#you_tube

https://youtube.com/c/Hamiltantv

#facebook

https://www.facebook.com/HamiltanTV

#telegram

https://t.me/Tv_Hamiltan_2021

#twitter

#https://twitter.com/HamiltanTv

#instagram

https://instagram.com/hamiltan_tv_?r=nametag/

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

የአላህ መልዕክተኛ ውዱ ነብዩ ሙሃመድ ((ሱአወ)) በሃዲሳቸው እንድህ ብለውናል።

የምትወደውን ሰዉ ስታይ ፈገግ በል እንደምትወደው ይረዳል፡፡

ጠላትህንም ስታገኝ ፈገግበል ጥንካሬህን ይመለከታል፡፡

የማታቀዉንም ሰዉ ስታገኝ ፈገግበል ሰላም ያስገኝሀል፡፡

ለሰዎች መልካም ፊት ማሳየት ወዳጅነትን ያጠነክራል።

ለወንድምህ መልካም ፊት (ፈገግታ)

ማሳየትህ ብቻ ላንተ ሰደቃ ነው።

Send as a message
Share on my page
Share in the group
UmmAyman Changed her profile picture
6 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group