UMMA TOKEN INVESTOR

About me

رب زدني علما وارزقني فهما☞💞((يَا مُقَلِّبَ الْقُلُوبِ ثَبِّتْ قَلْبِي عَلَى دِينِكَ))

Followers
0
There are no followers
Translation is not possible.

"Haleellaan Hamaas Israa'el irratti raawwatte sababa malee miti."

🌷🌷🌼🌼🌼🌷🌷

Falasxiinoonni waggoota 56f dhuunfamnisi ukkaamfama isaan mudateera!»

Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii: Antooniyoo Guterees.

"Haleellaan Hamaas Israa'el irratti raawwatte sababa malee miti. Falasxiinoonni waggoota 56f dhuunfamni ukkaamfamaa isaan mudateera."  Jedhan.

Mootummaan Israa’el ammoo dafee ibsa baaseen Guterres haasawa jeequmsaa dubbate waan taheef aangoo isaa ariitiin akka gadi lakkisu jechuun himatte.

«ሃማስ በእስራኤል ላይ ያደረሰው ጥቃት ያለምክንያት አይደለም

      🌷🌷🌼🌼🌼🌷🌷

ፍልስጤማውያን ለ56 አመታት የታፈነ ወረራራ ገጥሟቸው ነው!!»

የተባበሩት መንግስታት ዋና ፀሐፊ:አንቶኒዮ ጉቴሬዝ:

"ሃማስ በእስራኤል ላይ ያደረሰው ጥቃት ያለምክንያት አይደለም ፍልስጤማውያን ለ56 አመታት የታፈነ ወረራራ ገጥሟቸው ነው።" ሲሉ ገልፀውታል። የእስራኤል መንግስት በበኩሉ ፈጥኖ ባወጣው መግለጫ ጉተሬዝ ስልጣናቸውን በአስቸኳይ ይልቀቁ ፀብ-አጫሪ ንግግር ነው የተናገሩት ሲል ከሷል።

@Jemaladem1

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Pirezidaantii Turkii Rajab Xayyib Erdogan:- "Hamaas garee Shororkeessaa osoo hin taane Adda Bilisummaa ummataa fi biyya isaa bilisa baasuuf qabsaa'u dha!" jechuun haasawa haala yeroo irratti guyyaa har'aa taasiseen dubbatee jira.

Toora Telegram keenya Share gochuun waliif qoodaa.

https://t.me/Jemaladem1

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Buufati Waraanaa Ameerikaa Sooriyaa fi Iraaq keessa jiru guyyaa har'aa Rookkettiin haleelamaa oole...!!

Haleellaa rookkettii buufata Waraanaa ishee irratti irra-deddeebiin furguggifamaa oolaniin Ameerikaan kan rifatte yoo ta'u Ministeerri Haajaa Alaa ishee Antoni Bilinkan ibsa kennaniin "Ameerikaan biyya Iraan faana lolatti seenuu hin barbaaddu! Garuu Iraan biyya Ameerikaa irratti Dhaabbilee ishee irratti bu'aa ishee irratti tarkaanfii fudhachuu irraa of qusachuu qabdi!! Dhaabbileen tumsitoota Iraan ta'anis Ameerikaa irratti tarkaanfii fudhachuu haa dhaaban, Kun hin ta'u taanaan garuu Ameerikaan tarkaanfii ofirraa ittisuu ni fudhatti!" jechuun dubbatee ture.

Haa ta'u malee erga Ameerikaan ibsa kana kennitee booda galgala kana buufataaleen Waraanaa Ameerikaa haleelamaa kan jiran yoo ta'u Iraaq keessatti kan argamu buufati Waraanaa Ameerikaa yeroo 3 haleellaan irratti raawwatamuu mirkanaa'ee jira.

Haleellaa galgala kana buufataalee Waraanaa ishee irratti geggeeffamaa jiru hordofuun turtii muraasa dura ibsa kan kennite Ameerikaan "Wanti mudate baayyee yaaddessaa fi balaafamaa dha!" jechuun Haleellaa ishee irratti raawwate ibsitee jirti.

Haleellaan buufata Waraanaa kiyya irratti fudhatame kun qindoomina Iraaniin dha kan jette Ameerikaan tarkaanfii qolannaa fi haleellaa akka fudhattu dhaadattee jirti.

Naannawaan baha giddu-galeessaa lola Waraanaa dhumaatii guddaa hordofsiisuuf of qopheessaa waan jiru fakkaata!

@Jemaladem1

Send as a message
Share on my page
Share in the group
Jemal A Wandimu Сhanged his profile picture
7 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group