UMMA TOKEN INVESTOR

Followings
0
No followings
Translation is not possible.

Ulaamaa'iin bakka 3tti bahu /qoodamu

1 >[ ulaamaa'ii millaa ]

Ulaamaa'ii millaa jechuun kan waan rabbiin

Gammachiisu hundattidalagdee namnille akka itti dalagu gootuu,

waan sunnaa rasuula waafaqe

Lafa qabsiisuuf cinqamtu .

2> [ulaamaa'ii ummaa ]

Ulaamaa'ii ummaa jechuunimmo

Ulaamaa'ii qur'aanaafi hadiisaan

Hawaasa gammachiisuuf kan cinqaman

Dubbiin isaanis hukmiin isaanis dawaan isaanis waan hawaasa

Gammachiisu godhu waan hawaasa rifachiisu/ Aarsu hindubbatanu hin murteessanis.

3> [ ulaamaa'ii dawlaa ]

Ulaamaa'ii dawlaa jechuunimmo

Worroota mootummaa gammachiisuu qofaaf

Dubbatani Kan mootummaa gammachiisuu qofaaf murtee mootummaa hin faallessine

Maqaa maslahaa jedhuun dabarsaa ooluu.

Ulaamaa'ii keenya keessan kan namas hin sodaanne jara kanan beekaa isinis itti dabalaa

Nama beektani Dr Sheikh Hussein Sora Boorana

Sheikh Muhammad waado,

Sheikh Alii jimmaa

Itti fufa

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Nasiraddin ibnu Ahmad Ahmad Сhanged his profile picture
7 month
Translation is not possible.

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group