Translation is not possible.

Har\'i Dhuma Baatii Zul Qi’daa Ta\'uu Danda\'a.

Nama \"Udhiyya\" Qaluu barbaadu har\'a Booda Jechuun Kamisa Har’a

Rifeensa Ykn Kottee Isaa Irraa Waan Tokko Tuquun Isaaf Hin Hayyamamu.

💇 ♂️ Rifeensa Isaa Gabaabsuu, .

✂️ Qeensa Muruu, .

✂️ Rifeensa Areeda Gabaabsuu, .

✂️ Rifeensa Qaama Biroo Balleessuu

Namni Barbaade Har\'a Kamisa Bira Dabarsuu Hin Qabu.

Ergamaan Keenya Jaallatamaan Nagayaa Fi Rahmanni Isaniratti Haa Jiraatu Akkas Jedhan:

«إذا دخلت العشر، وأراد أحدكم أن يُضحي فلا يمس من شعره وبشره شيئًا»

\"Guyyoonni Kurnan Keessatti, Isin Keessaa Namni Tokko Uduhiya Raawwachuu Yoo Barbaade Rifeensa Isaa Irraas Ta\'e Qaama Isaa Irraa Akka Homaa Hin Tuqne.\"

Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

Telegram: https://t.me/ummatiitube

Facebook: https://shorturl.at/lFU16

Youtube: https://shorturl.at/ftyKS

Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube

Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2

UMMATII PRODUCTION

Eegaree Ummataa!

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group