UMMA TOKEN INVESTOR

About me

Keep light out of Darkness!!!

Followings
0
No followings
Translation is not possible.

EEBBA MANA KITAABA SHARIKATUL

ZUBEYRIYYA AL AALAMII Aanaa Diinshoo, Hoomma Baalee 29/05/2016. Akkasuma Sagantaa Eebba Mana Kitaabichaa Irratti Ulama'oonni Biyyaa Keenna Heddun Kan Irratti Argaman Yoo Ta'uu Keessafu Dr. Afiif Sagantaa Kana Irratti Qooda Fudhatani Jiru. Ulma’ii Keennas Rabbi Umrii Ha Kaahu .

Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

Telegram: https://t.me/ummatiitube

Facebook: https://shorturl.at/lFU16

Youtube: https://shorturl.at/ftyKS

Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube

Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2

UMMATII TUBE

Eegaree Ummataa!

image
image
image
image
image
image
+3
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Ergaman Rabbii Akkana Jedhan Namni Guyyaa Jimaata Osoo Imaamni Kuxbaa Godha Jiru Dubbate Akka Harre Kitaaba Baatuuti Namni "Cal isii" Jedhe Jum'an Isaas Hin Jiru.

Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

Telegram: https://t.me/ummatiitube

Facebook: https://shorturl.at/lFU16

Youtube: https://shorturl.at/ftyKS

Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube

Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2

UMMATII TUBE

Eegaree Ummataa!

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Biyya Burqaa Islaamummaa Taate Sa'udii Keessatti Alkooliin/Kamriin Akka Gurguramu Hayyamame.

Saa'udii Arabiyaan suuqii alkoolii namoota biyya alaa musliima hin taanetti gurguru waggaa 70 keessatti yeroo jalqabaaf Riyaaditti banuufi.

Qondaalotii Sa'uudii suuqiin dhugaatii alkoolii kuni ''daldala dhugaatii seeraan alaa hambisuuf,'' gargaara jedhan.

Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

Telegram:  https://t.me/ummatiitube

Facebook:  https://shorturl.at/lFU16

Youtube: https://shorturl.at/ftyKS

Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube

Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2

UMMATII TUBE

Eegaree Ummataa!

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Sh/Xaahir Abdulqaadir...

Dura taa'aa Majlisa Magaalaa Shaggar

Gorsaa Shari'aa Baankii Hijraa

Miseensa Majlisa Magaalaa Finfinneeti

Sh/Xaahir bakka dhimmi Muslimaa jiru tokko hafanii hin beekan...akka jaarsaatti dhimma namaa fixanii akka ulamaa'aatti rakkina Muslimaa furuuf dadhabbii malee socho'u!.

Rabbiin Umrii Isaanii Nuuf Haa Dheeressu!.

Ramadaanaf Guyyoota 45'tu Hafa.

Keessumma Cimtuu Tana Rabbi Nun Ha Gahu,

Ulma’ii Keennas Rabbi Umrii Ha Kaahu .

Sharee Waliif Gochuun Wal Yaadachiisa

Gama Liinkii Armaan Gadiitin Nu Hordofaa.

Telegram:  https://t.me/ummatiitube

Facebook:  https://shorturl.at/lFU16

Youtube: https://shorturl.at/ftyKS

Tiktok: https://Tiktok.com/@ummatitube

Instagram: https://shorturl.at/eqyQ2

UMMATII TUBE

Eegaree Ummataa!

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group
Translation is not possible.

Abaa Ubeeyda Falaasxiin Beeytu || Warra Falasxiinif Rabbi Ha Tumsu.

1 view
Send as a message
Share on my page
Share in the group