Translation is not possible.

Kiristaanonni macaafa isaanii akka hin dubbisne waan nutti akeeku keessaa:-

Roomaa 1:25

"ይህም የእግዚአብሔርን እውነት በውሸት ስለ ለወጡ በፈጣሪም ፈንታ የተፈጠረውን ስላመለኩና ስላገለገሉ ነው፤ እርሱም ለዘላለም የተባረከ ነው፤ አሜን።

"Isaan dhugaa waa'ee Waaqayyoo sobatti diddiiraniiru; Waaqayyoon isa hundumaa uume dhiisanii, uumamaaf sagadanii, hojjetaniif. Waaqayyo garuu bara baraan galateeffamaa dha! Ameen."

👉 Hiikkaa warra dhiyaa (A/Oromo)

"Isaanis dhugaa Waaqaa sobatti geeddaran; Uumaa dhiisanii uumama waaqeffatan; ni tajaajilanis. Uumaan bara baraan eebbifamaa dha. Ameen."

Roomaa 1:25

Hundeen barnoota islaamummaa inni guddaan Rabbiin tokkicha qofa gabbaruudha. Waan biraa muka, dhukaa, suphee, suuraa, fakkii, boca qirixame fi kkf gabbaruu irraa nu dhorka. Kiristaanonni yeroo ammaa kana, bataskaana isaanii keessatti suuraa fi fakkii Yesuus fannisanii sagaduuf, ni kadhatu. Kun Rabbiin uumaa tokkicha dhiisanii Yesuusiin isa uumama ta'e gabbaruudha. Salphina guyyaa borii jalaa bahuuf, gara Rabbiitti deebi'uun, Rabbiin tokkicha gabbaruu qabu.

Kanaafuu gara islaamummaatti kottaa!

👉 Telegram channel

https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👉 Telegram channel https://t.me/Dhugaa_Dhokate

👉 Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa

👉 Facebook https://www.facebook.com/profi....le.php?id=1000918331

Send as a message
Share on my page
Share in the group