Translation is not possible.

Yesuus waan nyaatu dhabee beela'e. Waaqayyo akkamitti beela'a?

Maarqoos:- 11:12

"Borumtaas isaan Bitaaniyaadhaa yommuu ba'an Yesus in beela'e."

Maarqoos:- 11:13

"Muka harbuu baala qabu tokkos fagootti argee, ija irraa argadha laataa? jedhee dhaqe. Inni mukicha bira ga'ee baala malee waanuma tokko irraa dhabe; yeroon isaa yeroo harbuun ija itti godhatu hin turre."

Gaaffiin asitti nu qabnu:-

1. Yesuus Waaqa yoo ta'e, Waaqni akkamitti beela'a?

2. Waaqni Maal nyaata?

3. Waaqni Eessaa nyaata?

4. Ilmi namaa erga nyaata nyaatee booda, ni boola'a. Waaqni akkuma kana ni boola'a jechuudhaa?

5. Muka harbuu fagootti argee bira dhaqe. Maaliif harbuu sana ofitti waamuu dadhabe?

6. Ija mukaa nyaatamu qabaachuu fi dhabuu hin beekuu? Waaqayyo yoo ta'e, akkamitti wollaale?

7. Ji'a ykn Waqtii harbuun ija godhatu fi hin godhanne akkamitti wollaale? Wollaalaan akkamitti Waaqayyo jedhama?

8. Waaqni waan uume wollaalaa? Ogummaan isaa eessa dhaqe?

9. Beela'uun fi wollaaluun amala Waaqayyotii?

10. Hanqina kana hunda baatee, Yesuus akkamitti Waaqa ta'ee gabbarama?

👉 https://t.me/Dhugaa_Dhokate

👉 https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa

👉 https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d

👉 https://www.facebook.com/profi....le.php?id=1000918331

Telegram: Contact @Dhugaa_Dhokate

Telegram: Contact @Dhugaa_Dhokate

Dʜᴜɢᴀᴀ ᴅʜᴏᴋᴀᴛᴇ
Send as a message
Share on my page
Share in the group