Tarjima qilib boʻlmadi.

As wr wb ummanni muslimaa addunyaa kana irra jiraachuun maaliif akka yakkaatti ilaalamaa? Tarii jireenyi isaa kun immoo ummata biraa karaa ittiin miidhu qabaa laata? Yaa Rabbi Raahmata bal'aa kan kenni kee hin dhumne ummata kana kan adduunyaa itti duulaa jirtu kana bira dhaabbadhu danda'aa fi beekaan sumaa yaa allah..

Xabar sifatida yuborish
Sahifamda baham ko'rish
Guruhda ulashish