Translation is not possible.
β™₯οΈπŸ‡JUMU'AA MILKAA'INAAπŸ‡πŸ‡
πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—πŸ’—
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
β€’ Qaama dhiqachuu
β€’ Qeensa qorachuu
β€’ Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuuπŸ‘‰dhiira qofaaf
β€’ Yeroon gara masjiidaa deemuu
β€’ Suuraa Alkhahaf qara'uu
β€’ Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
β€’ Uffata babbareedaa uffachuu
β€’ Du'aa'II heddumeessuu
β€’ Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
β™₯️Nagaaβ™₯️Peace β™₯️Salamβ™₯️
Ψ΅Ω„ΫŒ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΫŒΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…
😊 Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ω ο·Ί 😍
Send as a message
Share on my page
Share in the group