Translation is not possible.

Oduu Ammee!!

Hidhattoonni Libaanoon keessa sochoo'an galgala kana Misaa'elli kudha lamaan (12) Magaaloota Israael haleelanii jiru! Kunoo jabaan Rabbi qofa! Magaalaan Israael akkanatti haleelamte! Garichi akka jadhetti haleellaa kana yakka waraanaa Israael ummata nagaa Falasxiin irratti raawwachaa jirtuuf deebii kennuudha jadhee jira! Gama biraan hidhamanii Falasxiin Viidiyoo haaraa taankii Israael daaraa Botoroo godhuu isaanii argisiistu maxxansanii jiru! Israaeliif dubbiin akka haleellaa qilleensaan dubartii fi daa'iman irratti yakka waraana raawwatan san lafoon ta'uu diddeef jachuudha...🙂

Rabbiin warra haqa isaaf falmatu irra haa kaansu!

Send as a message
Share on my page
Share in the group