🍁🌼➻. Rasuulli Allaahaa ﷺ akki je'e" Garboota Rabbii keessaa Namoota Nabiyyoota hin ta'in kan Shahiidoota hin ta'in kan Nabiyyoonninii fii Shuhadaa'oonni Sadarkaa isaan Rabbi biratti qaban hawwaniitu jira" jedhe. Sahaboonnis "Yaa Ergamaa Allaahaa Isaan eenyu? Mee Nuuf himi" jedhaniin.. Rasuullis ﷺ akkana jechuun deebiseef " Isaan ummata Osoo firummaa jidduu isaanii jirtuuf hin taane ,osoo Qabeenyi waliif kennan jidduu isaanii hin jirre warra Rabbumaaf jecha karaa Rabbii keessatti Wal jaalataniidha, Wallaahi! Dhugumatti Fuulli isaanii akkaan ifaadha, Dhugamatti isaan Ifaarra jiru, Yeroo Namoonni Sodaatan isaan waan tokkollee hin Sodaatan. Yeroo Namoonni gaddaniis isaan waan tokkollee hin gaddan" jechuun ergasii aayaata kana qara'an".
: (أَلا إِنَّ أَوْلِياءَ اللهِ لا خَوْفٌ عَلَيْهِمْ وَلا هُمْ يَحْزَنُونَ)
الألباني، صحيح الترغيب (٣٠٢٦) • صحيح لغيره
||_°🌼🍁🍀_°||