Translation is not possible.
Manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa Sheyik Mahaammad Xaahir Muftii mana maree ulamaa'otaa naannichaa gochuun muude
 
Spider Media : Muddee 22/2016
Manni maree dhimmoota Islaamummaa naannoo Amaaraa yaa'ii magaalaa Kombolchaatti gaggeesseen Sheyik Mahaammad Xaahir Muftii mana maree ulamaa'otaa naannichaa gochuun muuduu ibseera.
 
Nu hordofaa
YouTube https://youtube.com/@Spidermedia1
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/@spider....multimedia?_t=8bvc1u
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0....029VaAgkUd8fewqlY5Jl
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>#spidermedia
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group