Translation is not possible.
Ibnu abbaas irraa odeeffame radia allaahu anhu
Namoonni ergamaa allahaa Sollallaahu aleyhi wassallam gaafatani.
🌼➻Taaicha keessaa isa kamtu caala? Jennaan
Akkana jedhan
⚘️ ➻ Nama yoo isa argitan Rabbiin yaadattanu,
👉Kan haasaa irraa hojii khayrii dabalattanu .
Kan hojiin isaa Aakhiraa isin yaadachiisu wajin tauutu hundarra caalaadha.
Send as a message
Share on my page
Share in the group