Translation is not possible.
Humni koo na dadhabee
Qaamaan dhaquu dhabuyyuu
Lubbuu koo Rabbiif kennee
Of wa*reeguu baadhuyyuu
Keessi kan koo banamee
Osoo laalamee takkaa
Anisuu #falasxiini
Jara dii*naaf bakakkaa!
.
.
.
.
.
.
.
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group