Terjemahan tidak mungkin.

Ajaa'iba Addunyaa akkana dhamaate tan 2+2= 5

Jedhu keessa jirra.

1+1+1= 1 jedhu keessa jirra.

Yoo confuse isin godhe. Bitaa isinitti gale...

Mee gooftaan eenyu? Yesuus

Yesuus ilma Maariyamiitii? Eee

Maariyamiin eenyutu uumee? Gooftaadha.

Gooftaan eenyu? Yesuusi.

Yesuus ilma dhalatee? Ee

Eenyutu isa dhalfate abbaan isaa eenyu? Gooftaadha

Gooftaan eenyu? Yesuusi ka'a

Yesuus gabricha Gooftaatii? Ee

Gooftaan eenyu? Yesuus

Yesuus fannifamee ajjeefame? Ee

Eenyutu booda du'aa isa kaase? Gooftaadha

Gooftaan eenyu? Yesuus

Yesuus maaf fannifame? Cubbuu keenya nurraa dhiquuf

Yesuusiin dura ummata jiraataa ture eenyutu cubbuu irraa dhiqa? Hin beekkamu.

Yesuus ergamaadha. Ee

Eenyutu isa erge? Gooftaadha.

Yesuus kadhannaa geggeessaa turee biyya lafaa irratti? Ee

Eenyuun kadhachaa ture? Gooftaadha.

Gooftaan eenyu? Yesuusi

Gooftaan jalqabbii qabaa? Hin qabu

Yesuus dhalateeraa? Ee

Gooftaan eecha jira? Samii keecha.

Samii keecha gooftaa meeqatu jira? Tokko qofa.

Yesuus kessa jira? Samii keecha, abbaa isaa bukkee cinaa mirgaa taa'ee jira.

Gooftaan eenyu? Yesuusi

Kanaafuu samii keessa gooftaa meeqatu jira? Gooftaa Tokko qofa.

Kanaaf teessoo meeqatu jira? Tokko

Yesuus eecha jira? Abbaa isaa bukkee taa'ee jira.

Akkamitti wajjiin taa'an? Teessoo tokko irra wojji taa'an, kuni worra hafuura Qulqulluu wojji jiran qofaan hubatama.

Gooftaan eenyu? Yesuus......,

Ajaaaaaaaaaa'ibaa!!!!

Maali wanti akkana giraa nama tagaabba'u!!!

)))))))))))))))))))(((((((((((((((((((((

Alhamdulillaaaaaaaah. Bareeduma Islaamaa kan waa hundaaf deebii gahaa, quubsaa fi ifa galaa kennu...

Gooftaan eenyu? Allaah

Allaah eenyu? Tokkicha dachiif samii waa hunda uume, kan fakkaattii hin qabnee fi haqaan gabbaramu ykn waaqeffatamu.

Gooftaan ilma qabaa? Hin qabu.

Haadhaa abbaa hoo qabaa? Hin qabu. Allaahiin hin dhalatamnes hin dhalchines. Abad jiraataa kan jalqabaa fi xumuras hin qabnee dha.

Yesuus hoo eenyu? Inni Nabiyyiidha ergamaa Rabbiiti.

Rabbi eenyu? Rabbi ykn Gooftaan ykn Allaahiin kan waa hunda uume. Nu'ii fi nabiyyoota akka Adam, nooh, Ibraahim, Muusaa, Isaa(Yesuus) fi nabi Mohaammad fa'as kan uumee dha.

Yesuusitti amantaa? Ee, ergamaa fi gabricha Rabbii kabajamaa kan gooftaan haqaan erge ta'uu isaatti nan amana.

Gooftummaa isaatti hoo hin amantuu? Ee, gooftaan lama hin jiru waan ta'eef........

.........

(((((((( الحمد لله على نعمة الإسلام )))))))))

Hantar sebagai mesej
Kongsi di halaman saya
Kongsi dalam kumpulan