Translation is not possible.

Oduu Ammee!!

Miseensonni Paarlaamaa Kooriyaa kibbaa mootiin Kooriyaa kibbaa King Joon ummata Falasxiin Gaazaa cinaa akka dhaabbatan gaafatan. Mootichi ummata Falasxiin cinaa akka dhaabbatu mirkaneessan! Kooriyaa kibbaa Biyya Falasxiin (State of Palestine) beekkamtii akka kennitu biyyi isaanii ifoomsan. King Joon ummata Falasxiin Gaazaa cinaa ni dhaabbanna jadhan!! Yakka waraanaa Israael ummata nagaa Falasxiin irratti raawwachaa jirtus balaalleffanna!...💪👏

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group