Translation is not possible.
Halkan rafee abjuudhan, Guyyaas taa'ee yaada kootin suma qofan hawwa. Ati anaaf madda gammachuuti. Ati anaaf iddoo hara-galfii / boqonnaa kootiiti. Ati anaaf waan hunda. Hundumaa caalchisee sin jaaladha. ❤
image
Send as a message
Share on my page
Share in the group