Translation is not possible.
🌼 ➻ . Ibnu qayyim alhawziin Rahimahullah akkas jedhu.
 
🌼➻. Ummata hedduu kanin arge yeroo kophaa isaanii, Rabbi isaan arguu dagatanii jennaan, tolina [bareeduma isaanii,] rabbi dubbatamuu irraa haqe,
 
🌼➻. Osuma jiranuu akka hin jirre ta'ani
🤏 Namni argullee itti hin gammadu
 
🌼➻. Qalbiin namaatis karaa isaanii hin yaaddu
 
(📚 saydul khaaxir)
Send as a message
Share on my page
Share in the group