Translation is not possible.

Abuu Zarri (Radiyallaahu Anhu ) Ergamaa RABBIITIIN صلوات ربي وسلامه عليه akkana jedhe;” Yaa Ergamaa RABBII Masjidni jalqaba ardii tanarratti ijaarame kami ?” Ergamaanis :” Masjidal Haraam ( Ka’abaa dha) “ jedhaniin. Innis itti aansuun,Kan itti aanee ijaarame hoo ?” Jennaan, Isaanis ;” Masjidal Aqsaa dha “ jedhaniin. Innis itti dabalee “ jaarmaya keessatti waggaa hagam adda fagaatan ? Jedheen. Isaanis “ Waggaa afurtama (40) “ jechuun deebisaniif.

حديث صحيح

Send as a message
Share on my page
Share in the group