Translation is not possible.

Barreessaan olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guterees dhimma Israa’elii fi Falasxiin irratti haasaa gabaabaa taasisaniiru.

Haasaa kana gidduutti:

"Haleellaan Hamaas Israa'el irratti raawwatee sababa malee miti." "Falasxiinonni waggoota 56 walitti aansuun cunqursa fi ukkaamfamni isaan mudachaa ture." Jedhan

Haasaa kana hordofuun mootummaan Israa'el ariitiidhaan ibsa baaseen, "Guterees hatattamaan aangoo gadhiisuu qaba; Haasaa jeequmsaa dubbatan! Jedhe himate.

Dhugan yoo afaan qabaan...baha jrdha Oromon koo. Namichoonnis homa dhuga jiru dubbatee, jaalates mitim!!! Dhugaatu diqqa afaani utaalee malee. Guyyaa tokko abban dhuga irraa aana.

Inshallah

image
Send as a message
Share on my page
Share in the group