Translation is not possible.

Addunyaa tanarra sanyiin akka Yahuudaa ta dhugaa beektu; garuu beekaa jallattee amballee jallifte hin jirtu.

Wonti biraa hafee lubbuun daa'imman duudduu tanaallee homaa Garaa hin nyaatu.

Worri dhihaa yoo ummanni Musliimaa miidhamu Shororkeessaa jedhanii dursanii maqaa xureessan. Shororkeessitootni beekkamoon garuu isaanuma. Karama kamiinuu worri dhihaa wol-qixxummaa maqaa malee; ka haqaa hin barbaadan.

Mootummootni Arabaa gariin ta silaa dursitee waa gootu durummaa keessa jirtuu fii faayidaa woliiniitiif jecha Ameerikaa fii fakkaattota isii mufachiisuu hin feetu.

Erdogaan kophaa ta'e jechuu dandeenna.

#baayiraaktaar woraanni qilleensarraa ka Tarkiyee biyya #rajab_xayyib_erdogaan odoo as bahee naan jetti Lubbuun tiyya.

Baayiraaktaar kun akka #liibiyaan_finciltoota injifattu akkasumallee akka #azerbaajaan_armeeniyaa injifattu gahee addaa taphate.

Wolumaagalatti, tokkummaa jabaa dhabuun biyyoota Arabaa Obboleeyyan teenna Gaazaa diinaaf saaxile.

Yaa Rabbi haqa dhabne tana nuu deebisi.

Send as a message
Share on my page
Share in the group