1 years Translate - Youtube
Translation is not possible.
Afriikaa Kibbaatti oomisha Israa'el akka dhorkamu waamichi dhiyaateera
Jaylu TV 12/2016
Dhaabbanni siyaasaa Afrikaa Kibbaa sadarkaa sadaffaa irratti kan ta’e Economic Freedom Fighters karra Imbaasii Israa’el magaalaa guddoo Piritooriyaa keessatti argamutti hiriira mormii geggeessan. Hogganaan paartii Juuliyaas Maaleemaan mootummaan Israa'el ''kabaja dhala namaa hin qabu'' jechuun ammas Imbaasichi akka cufamu gaafataniiru.
Malemaan daldaltoonni biyyattii meeshaalee Israa’el hojjetaman dhuma baatii Waxabajjiitti sheelfota isaanii irraa akka baasan dhaamaniiru. "Israa'el irraa yoo hin bitanne of buqqifna, oomishni Israa'el Afrikaa Kibbaatti akka gurguramu hin barbaannu, nyaata namoota dhiiga qulqulluu harka isaaniitti qaban irraa hin barbaannu," jechuun dabalaniiru Malema.
@Jeilu Tv
Feesbuukii: https://Jeilumedia.com
Telegiraamii: https://t.me/Jeilumedia
Imeelii: jeilumedia@gmail.com irratti ergaa
Subscribe: https://www.youtube.com/c/JeiluTube/viidiyoowwan
Send as a message
Share on my page
Share in the group